WABII LAMMIIKOO : BINIYAM BIJIGA [Ft Hirpha Bahiru]

preview_player
Показать описание
Singer: #BiniyamBijiga
Topic: Wabii Lammiikoo
Music: Dinkisa Debela
Video-graphy: #HooqubaaFilms
Actors: Senaf Art Group
Director: Wako Desu & Fedhi Taye
Producer: #WAKJIRATUBE

#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #gospel songs from Ethiopia. Thank you for watching and subscribing.
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Mee nuuf basii mee gumaa wabbii lammii Koo sumaa ebbifamii maloo garaa nama jaltaa😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭😭

muludebela
Автор

galatomii bekaa oromo koo bagaa keenyaa Tate waqqyyoo dacha hayaan isaa siif haa bayisuu ❤🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲😭😭😭😭😭😭📖🛐🛐🛐🛐🛐🛐🛐

جميلةالحجري-ور
Автор

Ameen!! Dhugaadha kan keetu caala mee nuuf baasi gumaa!

tigisttufa
Автор

uuuuffff faaruu bayee lapheetii nama chophuudhaam💕God bless all of. you ! I'm blessing

biretube
Автор

Dhugaa keeti jetee sabonaa Oromoo keenyaa jiradha itti mudii

hessaalmansoori
Автор

Dhugaadha du'af ajjechaan lammikotti caale 😥🙏

odaaO
Автор

Du.aan fi ajjechaan lammii kotii caalee😭😭😭

sabontuujalduu
Автор

Bini galatoomii Biyyi koo si eeggata utuu hin quufin kan biraan Ammas keenya abdiin waaquma.

yourabcd
Автор

Waqayyooo bataakeef jirenyaakee yaa eebisuu

kiyyaatube
Автор

Farfaattoonni keenya akkas gaafa isaan addunyaa biraa keessa marmaaruu dhiisanii, dhugaa qabatamaa sabni isaanii keessa jiraachaa jiru ifatti baasanii dubbatan arguun gammachuu guddaadha!...Dhugaa dubbachuun kaayyoo sirrii Waaqni dhugaa itti nama waamedha!...stay blessed nama koo!!

waktolebeyene
Автор

Uuufffiii otoon bo'uun dhageefadhee.abarsaa hin qabnuu garuu du'utti nuutti caalee waaqayyoo haa dubbaatuu nanis naa dhibee yaa lammiikoo waabiin biyyaa keenyaa iyeesuusumaa eebbifaama

shawayyeeambooCor
Автор

Wangeelatti hirkifatanii waan dhama hin qabine akkasii GORORAA ooluun mee nutti yaahafu!! gara biroo yaali kun siif hin milkoofneetii

taddesebirra
Автор

faarfanna haaluma amma kessa jirruu ibsu dha. seenaa jireenya keenya ...baayye nama gaddisiisaa.
waaqayyoo lafa jirtanitti sin haa eegu oromoo koo.#BiniyamBijiga waaqni si ha ebbisuu 💙

gracepod
Автор

Abarsaan qabnuu walii isaan walaalee du'afii ajeechaan lammii kottii caalee 😭😭😭😭😭😭😭😭 goooftaan nuuf haa basuu gumaa ebbifamii binii dachaan

biqiltuusaanyiihacee
Автор

Ebbiifami obbolessa koo...
Dhugaa farfaadhuu lafa sitti dhihe buli akka isa kaanii garaaf hin bitamiin...

lenchategegn
Автор

Dubachuuf akka nu walaalchisee rakkoon keessaa jiruu 😭😭😭😭😭😭

oromiyaabiyyaako
Автор

Gumaa Lammii keenyaam waaqayyo nuuf haa baasu, Ulfaadhu gooftaan si haa eebbisu!!

fayyoogaaddoo
Автор

Ammeen mee nufii basii mee gumaa wabbin lammii koo sumaa😭😭

sabontuujalduu
Автор

Ebbifami dhuga wama hala aman wal qabatudha waqq siha ebbisu namako

jerryjesus
Автор

Wqy nuhayadatuu maloo😭😭😭😭😭😭😭😭🛫✈️✈️ kamii koo

hailehaile