Oromo Gospel Song/Biniyam chewaka 2015 / Ani Hin Irraanfadhu Full VCD Album

preview_player
Показать описание
Song produced by: Biniam Chewaka
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Barriikee haa ebbifamuu 🤲😍🥰 dhugaa dur farfannakee dhaggeeffaachaa turee Amma yadadhee serchii godheen ittii ebbifamee waqayyoo sihaa ebbisuu 🎉🎉🎉🎉

adanuugalataaadanuugalataa
Автор

My childhood favourite song! God bless you Bini....We missed to hear your voice!

girmakebede
Автор

Nagaan waaqayyoo sif habayyattu Nama Waaqayyoo Bayyee siy yannee Jira Far Haraan Nuf kottu malee❤❤❤❤❤❤

asefameka
Автор

Eebbifamii farfaannaa kee waggootan duraan dhaga'aan turee guddaan sii jaalladha. Garuu maaf baddee? Moo anuumatu sii arguu dhabee.Eebbiifamii dachaa dachadhan ❤❤❤❤❤

Tegetesf
Автор

Shalom brother Biniyam. It has been long since we heard a good one like this Yaa Uumaa from you, Please do one more for us, God bless you.

andrewmuguwu
Автор

Ameen, eebbeifami haadhooko. Galanni isaa Waaqayyoof hata'u🙏

getinettafesetucho
Автор

Biinii eebbifamaa, faarfataa ergaa dhugaaf faarfatudha ati.

darajebayana
Автор

Ameen! Na dura hin badu seenaan kee.... Waaqayyo guddaa si haa eebisu obboleessa koo Biniyami Chawaka...Itti fuufi deemi Goofta haala kanani akkasi faarsuun baay.ee nama aja, ibsisa. Thanks

genetgemedagmailorbudhaati
Автор

hallelujah Ebbifamii namaa waaqa eyeen waaqayyoo duwaadha jaalalee dhugaa kan nufii kan ta'uu.

obseenhunduumaasiegaajesus
Автор

MALOO YAA WAAQAYYOO IJOOLEE KANA ILALUU SII BIRAA NUFI HAA TA'U

mulunegari
Автор

Bino dibati waqayyo amalle sirra haabulu

SolomonZewdu-tj
Автор

sinlafaa ka'een deemsa sinbare yesuus ulfaadhu abbaabbaaakoo

michuudhugaayesuus
Автор

𝑊𝑜𝑤𝑜𝑤𝑜𝑤𝑜𝑤 𝑒𝑏𝑏𝑖𝑓𝑎𝑚𝑚𝑎 𝑒𝑏𝑏𝑖𝑓𝑎𝑚𝑚𝑛𝑛𝑛𝑛𝑎 𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖𝑖🎉❤

dabalezode
Автор

Adaara muca kan nu barbada essati bade

segnijohn
Автор

Ameeen Ameeeen barrii keessan yaa eebbifamu eebbifama dacha

almewako