GALMA KOO : GURMUU FAARES AMBOO

preview_player
Показать описание
Topic: #Galmakoo
Choir: Gurmuu Faares Waldaa Makaana Yesuus Insilaalee Amboo
Music: Dase Magarsa (Sonaan Studio)
Lead Guitar: Abenezer Alamayo
Saxphone Live: Zerihun
Mixing and Mastering: Moti Taresa
Video-graphy: #hooqubaafilms (Lalisa Getaneh)
Production: WAKJIRA TUBE

#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #Gospel songs and educational videos. Thank you for watching and subscribing.
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Galma koorra kaawwadheera ijakoo
Hin balleessuum anoo galgala koo
Baay'ee tajaajiluun galma ga'uu miti
Kan dhaabbate fayya hamma dhumaatti
Ibsaankoo narratti akka hin dhaamne
Sin beeku akka naan jeenne/2
Ayyaana kee Yesuus naaf bayy'isi
Ulfinaa keef anaan naa taasisi

Qooda qajeelotaaf innan kaadhimame
Galma ga'uun fedha isan itti aggaame ×2
Haalli mijaannan sittii adda hin ba'u dhabuus argadhee
Ati na gargaari akkan adeemuuf sitti hidhaadhee



Hunda guuttadhee lubbuukootti yoonan hir'ise bu'aa maal qabaa
An sirraa foxxoqnaan iddoo maleetan kufeen caba
Hin amanuu ani ofiikootti innoo dabarsee anaan kenna biyya lafaatti ×2

Galfata jireenya koo sitti laadhee
Galfata akkani kufnee mucucaadhee ×2
Hin dagadhuu waadaa naaf galtee sana
Deebi'eetan ofitti si fudha naan jette anan ×2

Galmaan na ga'i ×3 abbaa naaf ta'i.

amanuabera
Автор

Faarfannaa jechuun kanadha dhugaa❤.
Bara sirbii fi faarfannaan adda ba'uun cime keessatti Hill song akkasiii afaankoon dhaga'uukootti nan gammada.
Jabaadha.
Waaqayyo isi ha eebbisu!!!!
Ittuma fufa...

abdifeda
Автор

ድምጷ ቆንጆ መልኳ ቆንጆ ቋንቋ ባልሰማውም ግን ሁሌ ምስማው መዝሙር ነው ተባረኩ ወንድሞች እህቶች ❤❤❤

abeselomshimels
Автор

waaqayyoo Guddaa guddisee dadaballee jireenya keessan tajajilla keessan ha eebbisuu, farfannaa baay'ee nama eebbiissuu fi lafee nama argatuudha. Bara keenya kana keessatti kan nu barbachiisuu;dawaa(Qoriicha) jireenya hafuura keenya kan nuuf ta'uudha.Nyaata nuuf qophessitan kanaf eebbifama, amallee waaqayyoo foonif hafuurati isiin ha eebbisuu jechaa YEROO dhiyotti illee wanta guddaa wan isinirra eganuuf Daftani akka nu qaqabdan isiin jena. Eebbifama

lemagetachew
Автор

The more I listen to this song, the more I fall in love with it, 🥰and the music is so meaningful, inspiring, and motivating that I cannot wait to introduce it to our church for our praise and worship. May God bless you today and always, guys.🙏🙏

latubayisa
Автор

Faarfannaa hafuura qulqulluu of keessaa qabudha dhugaa eebbifama.

RobeGashe
Автор

Dhugaa dubbachuuf hanga kanaan duraa faarfannaa baay'ee dhaggeeffadheera
Garuu kan akka faarfannaa kanaa keessakoo nyaate hin agarre
Ergan faarfannaan kun gadhiifamee eegalee ani faarfannaa biraa akkan qabu dagadhee jira
Waaqayyo isin haa eebbisu

bayisabult
Автор

Oooo my GOD really be blessed. may Grace of Heavenly God up you all the time. dhugaa baay'een jaalladhebara jiraattan hundumaa hin kufina, hin mucucaatinas ijjoolle nana. waaldaa ijoollee kana guddiste garuu ijaan arguuf baay'ee dharra'eera. NAN ARGAS.

gadisagemechu
Автор

guddaa galatomaa gurmuu farfatootaa Waldaa makaane YESUUS IANSILAALEE AMBOO GALATOMAA

ggalataggilo
Автор

❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️ woow jecha hin qabu. Waaqayyo waaqarraa isin haa eebbisu. Galgalli keessaan haa bareedu. ❤️❤️❤️🙏...

bilisummaadarajjee
Автор

May God bless you richly and keep on writing lyrics from the bible. A day before I heard this song we had prayer on Mark 13:13 called steadfast until the last day and you. Will saved.
Again once again God bless you abundantly in Jesus Name!

feyissaregassa
Автор

Dhugaa ..
Farfaanna yomuu...hin quufamne...akka harraatti yeroo hunda dhagefadha...really very powerful song ❤❤❤❤❤❤

SifanAbirham-vt
Автор

Waaqayyo isin haa eebbisu! Ammallee hojii gurguddaa isinirra eegna
Maraanaata Yesuus 🤲

yourabcd
Автор

❤wawabayee bayeen garidhaa waqayoo isin haa ebisuu imeeli kotuu kan namaa biratii

RemedanAmin-gi
Автор

Bara namni farfanaa dha jedhe wan fonni farsuti isiin Garu farfanaa eyumaa nama bara dhumaaf qabachu qabu yadachisiurayu darbitani mootumma waaqayyo Isaa garii Sana nu yadachiisataan goftaan bara keessaan haa eebbisu.

motiabera
Автор

Faarfannaa jechuun kan akkasitti😢😢
Waaqayyo isin haa eebbisuu
Warra akkasi jajabeessun kennaa isan harkaa jiru kana akka nuf qoodanif kadhachuufi qabna nuf kottaa kan biranis isin egnaa❤❤❤

gaaddiseehindaaluu
Автор

Fares My Home Feeling so calm; Right now am Failed please pray for me.
I was one of the founders During 1996 Ec

abditadese
Автор

WAAQAYYOO AYYAANA ISA ISIINIF HAA BAAYYISUU GUDDAA EEBBIFAMA

ggalataggilo
Автор

wow wow bara faarfannaan akkanaa waldaa kiristiyaanaa keessaa bade keessatti warri akkasitti faarfattan kunwaaqayyo amma dhumaatti jireenya keessan cimsee haa dhaabu.eebbifamaa ijoolle

samikefale
Автор

Waw, dhaggeeffadhee quufuun dadhabe!
Gooftaan baayyisee isin haa eebbisu.

Kingdomagenda