Biniyam Bijiga | ZIZ | New Afaan Oromo Gospel Song 2021/2013

preview_player
Показать описание
afaan#oromo#protestant#mezmur
#SUBSCRIBE #GHM_MEDIA
#faarfannaa#haaraa#afaan#oromoo#2021

#Click This Link 👉
#SUBSCRIBE
TO OUR YOU TUBE CHANNEL TO GET NOTIFICATIIONS OF NEW POSTS

#amanueletana #yadenimerga #faaruutube #awtarukebede #shakaayinaa
#damefekadu #berekettesfaye #abrahamtarre #efadesisa #asegidabebe #yaadasaashirii
#ebadiriba #afanoromosong #oromomusic#newethiopianoromomusic
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Jiraadhaa, baayyadhaa, baballisaa wangeela aadaa iddoo adda addaatti fayyadamaatii! Ayyaanni isaa isiniif haa baayya'atu!
ijoollee!!!

megertubeyene
Автор

Yaa saabaa Waaqayyoo sirbaa yoo jenne maqaa waaqayyotu keessa jiraa
Sirbaa mitti yoo jennee sirbaa jiruu!!
Eebbifamaa

Techstuff_AT
Автор

I couldn’t stop watching this, I just love love it 🥰 thank you everyone, God bless you all.

caaltukatama
Автор

Wow wow 👏👏👏👏amazing oromo gospel song🙏🙏🙏GOD bless you

milkias
Автор

Akamitii bareduuu sibo qabduuu dachalamanii isinitii harobsuu ebifamaa god bless you

almasgutama
Автор

binikoo baayyee namatti tola. amman eegee olittin arge dhugaa. kan eebbifamte ta'i. itti eebbifamneerra nuti

yosefsolomon
Автор

Woow Eebbifama farfanna bayye namatti toludha eleleleelelele farfannotnikee hunddu bayye namatti tolu. Waaqayyoo kana calaa sii haa Eebbisu

evanafam
Автор

ABOO eebbifami . jecha utuun jecha filadhuun jecha dhaba .... margi guu!

abdiabebe
Автор

Gafiin duraa hubanan dhagefadhaa.
Binii keenya ebbi Abiraham dachaa
Laman sif hata'uu
Kan sijajjabessan hundiyyuu
Aebbifaman ayyanni isanif ata'uu ameen jabadhaa

abdiwaq.youtubechannel
Автор

Dhugaa dubbachuuf faarfannaa ajaa'ibaati. Eeyyee...uumaa keenya faarfachaa aadaa keenyas guddifanna. Waaqayyoof hojjechaa aadaa keenyas tarkaanfachiisna....waaqayyo isin haa eebbisu.
I

thomasdiribaofficial
Автор

Breathtaking! Thank you all who made this beautiful piece!! ❤️💚

nbnaol
Автор

Biinii, ati qaxaleedha dhugaa! Ayyaanni kana caalaatti siif haa baay'atu!

Lalisa_Asefa_Official
Автор

What an amazing Hymn! Waaqayyo isin haa eebbisu! Ergaa akkas bareeduufi hojii boonsaadhaan nu qbbaneessitan! 🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

biniyamwandimuofficial
Автор

What a breathtaking song ?, really I loved it !

biniyambersisa
Автор

Wowowww bayeedhuma bareduu waqqyyoo dacha isini haa ebisuu ebifamaa mati waqqyyoo 💔👏👏👏👏👏👏👏👏👏

جميلةالحجري-ور
Автор

namattii tolaa hedduu Ebbiffammaa
#God Bless You!!!

ayantueba
Автор

ammazing Gospel Singing eebbifamaa ijoollee waaqayyoo

soriketema
Автор

Faarfannaan abdii fi hawwiidhaan eegaa ture. Eebbifami Biinii!

josephmulatu
Автор

Amen Amen❤️❤️❤️❤️❤️❤️👏👏👏👏Eebbifama 🙌🙌🙌🙌❤️❤️❤️❤️❤️

RahelDane
Автор

🤲🤲 Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa eeebbifamaa saba Waaqayyoo

Yesuskaraadhadhugaadhas