HIR-KOO ... Kutaa 52

preview_player
Показать описание
HIR-KOO ... Kutaa 52
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

namoonni viidiyoo kana daawwattan hunduma keessaniif nagaan waaqayyoo isiniif ha baayyatu. warri ijoollee kana jaallattan ammoo like naaf godhaamee.

amanuelshuma
Автор

I'm from Minnesota, "what a generation and what a show should continue from season to season. You made us smile, learn and observe alot of stuffs going on in the community back home after we left. Above all your love and team spirit reminds me my childhood Jobira generation choir from Nekemte ethiopia. Love you and see you all again in next level of life. Stay

voiceoflife
Автор

Gaarumaan fi Arjumaan kan isiin biratti baay'atee chaanali kiyya naaf eda'a haaraya🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹

lemarcenter
Автор

Anii diramaa lalu bayyee injaladhuu Garu HIRKOON diramaa namakoflchissa bayyee kan nama bersisuu.

Hundumtikenyaa asgahu kenyaf barsisaan ga'ee guddaa qaba.❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊

kumeraregasa
Автор

Mee dirama Hirkoo kan akka koo jaalatan agarsiisaa👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍👍

SADORATUBE
Автор

Hirkoon xumuramuu isaatti heddu gaddee!😢 turtii waliin qabaanneef galatoomaa ulfaadhaa🙏 hojii biraatiin akka daftanii deebitan abdii isinirraa qabna.nuuf jiraadhaa♥️🫶

Leenii-
Автор

Baayyee isin jaallanna nuuf jiraadha, Yeroo dhi'ootti Akka deebitan abdiin qaba .
❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
What a
Like, share, comment...

Hawwiitube
Автор

Welcome Namnii Na Duraa Dhufee hin jiruu Oro ko Sapkribii naf godhaa Nan Jaladha dirama irkoo ♥️

AbdallaaDawud
Автор

Osoon ilaalee hin xummurinan akka dhuma ta'e beeka dhugaa waaq🙏
Baay'ee isin jaalanna♥️♥️💕hanga kutaa biraatin isin arginutti baay'ee isin yaadna😭❤❤❤😢

tegeneasefa
Автор

Baayyee gaddaa
Diraamaa Hirkoo xumuramuu isaatti. Ulfaadha yeroo wajjin dabarsineef, baayyee isiin jaalanna. Jabaadha!!

ibrishaajm
Автор

Thank you so much. I really enjoyed it all through. Thank you for taking an Oromo art(sitcom) to another level.
We are waiting for you...
All the best!🙏

abdikitesakeno
Автор

Nuuf jiraadhaa! Ammas kan kana caalu akka fiddanii dhuftan shakkii hin qabu❤❤

dhugichawangeelaatube
Автор

❤❤❤❤❤ Great
Hirkoo Baayyeen dinqiisifadha isinis warri dinqiisifattan #like godha mee❤

NagaseBerhanu
Автор

Wow nuu bohaarsu fi nuuf barsisuu kessanif galatooma season haraa Akka dhuftaan abdin qaba🥰🥰🥰🥰

Milkiihabtamu
Автор

Baay ee fmgalatooma kun qoosaa miti barumsa haala hawaasa keennaa ibsu dhugumatti Ethiopia warra pp kunoo dhugaan qoosaa keessan kana keessa jira jabaadhaa

kediramin
Автор

Hirkoon kun xumuramuu isaatti hedduu natti dhaga'ame!
Diraamaan hirkoo kan ani torbanitti hawwii fi qophii guddaadhaan eegudha ture.
By by Hirkoo 🎉

MuktiiOroo
Автор

Diramaa n Hirkoo kuni susii cimaa natti ta'ee dhugaa baay'ee ulfaadha qaxalee waan keenya 🥰🥰🥰😅

ObseeGammachuu
Автор

Waaqayyoo Isina Eebisuu Nuf Jiradha Hojii Biraan Dafa Nuf Koota Isin Yaadnaa😢❤

burtukanasefa
Автор

Dhugaadha. Hojjetaan hunduu hojii isaanii gadhiisuu qabu. Honduma keenyatu dadhabe. Waaqa nuuf kadhadhaa.

tilahunguyasa
Автор

Ani dhugaa dubbachuuf osoon ilaaluu ni dhume jedhee hin amannee, deebinee akka wal agarru abdiin qaba❤❤❤❤❤

gadisamelaku