Hir-koo - kutaa 50ffaa

preview_player
Показать описание
Hir-koo - kutaa 50ffaa
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Dramaan hirkoo kan isiin bohaarsuu fi Hirkoo warrii jaalatan akka koo mee agarsiisaa👍👍👍👍👍👍👍👍

SADORATUBE
Автор

Nagan isinif hata'uu oromoo koo mee waarii hirkoo hordoftan pills hadaraa oromumaa maatii naf ta'aa oromoo koo ❤❤❤❤

Sanyiioro-jzyy
Автор

Mee warri diraamaa hir-koo jaallattan 👍godhaa!!

degaga-nu
Автор

Abboo Hojii keessan Gamtaafi Hirkoon nuuf jraadha hunduumti keessanu sin jalaadha ❤❤❤

اؤتيتنبنبني
Автор

Please don't let this girl go...dhaabidhan yaa hojjaattu...በቋሚነት አሰሯት እባካችሁ...she is so talented I know her on TikTok 😊
People who agree with me
👇

dureti
Автор

Teenyee isiin Egaa jiiraa Amaa dhuftanii ❤

ShueybiiSadiqoo
Автор

Hirkoon(Waaqoon) biyya kana irraa gara biroo move gochuu qaba jedhee hin amanu yoo visit gochuuf ta'een ala. Qaamni dhimmi ilaalu gurbaa kanaaf waan ta'uu qabu hunda osoo godheeyin jedha. isaaf osoo hin taane aartiidhuma keenyaaf.

feyisagelashe
Автор

Mee ilmaan gujii like godhaa😂😂❤ hirkoo....🎉😂😂

Warrabooleesonatekle
Автор

Wow amazing jabaadhaa isin nama Oromoon qabduudha.

SuleeymaShah-wxoi
Автор

Hirkoo Baga nagaan dhuftaan. ❤❤❤❤❤ Hirkoo❤❤❤❤❤.

ArarsaTesfaye
Автор

Wwww Bagaa Nagaan dhuftaan dhugaa bayee isin jaladhaa ❤❤❤❤❤🎉🎉😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂

AdugnaLomiiadugna
Автор

Namnii akaa koo diramaan jaraa kanaa susii itii tahee jiraa garuu😂😂😂

firoomtube
Автор

Bagaa nagaan dhuftanii matii diramaa hirkoo jabadhaa namaattii toltuu ❤❤❤❤

Ergaan kun mansur ilalata hojii kessaan nyadhaa gamtaa fi essumaa demee kolfuu lataa hojii kessaan kana😂😂😂😂

BishaqeeFiqiru
Автор

Hirkoo fi Gamtaan waan hinaafan fakkaatu!!😂😂😂😂

urgessasoressa
Автор

Namni akka koo hawwiin Diraamaa hirkoo eegu jiraa yoo ta'e dhugaa like godhaa

qeerrooentertainment
Автор

Namni akka koo Hirkoo jaallattan
Like naa tuqaa

DagimtakileTa
Автор

Komeedii kana akka jirutti Gamtaa Bariisootu hojjete!😂😂😂😂😂😂

AdugnaEbisa
Автор

Akkaam nagan isiinif ha ta, u baay, e natti toltuu ❤❤❤❤

GamechuMokonin
Автор

Dhugaa bagaa nan dhuftaan bayyee nama ti toltuu waqaa

Abebech-db
Автор

maloo ijoolee bay'ee siin jalaana ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

Kumetasfaye