HIR KOO KUTAA 43 FFAA

preview_player
Показать описание
HIR KOO KUTAA 43 FFAA
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Lammaffa irrattin laale❤
Me namni akka Koo hirkoofi tiyya jaalattan like godha🙏

CHELENKOVINE
Автор

ijollee tenyaa hawwiin isiin eega turre dhuftanii ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

Mammeetube-iijv
Автор

Ani dilbanni ga'uunsaa hirkoodhaanan yaadadha , isinis yoo akka taatan like godhaa!!!!

EbisaRegassa-vrzx
Автор

Gafaa hojjiin madam sammuu nuu qabuu isiintii obsaa bagaa nagaa dhuftaan ❤❤❤❤❤

genetgenet
Автор

Ani kanan jedhu...qaboooti dhuumti kun...diraama dhumaam fayaadhuma galaatoma...baay'ee dandeesu hundii kessaan iyyuuu!

devadebala
Автор

Mee ajajaa tiyyaati kenamee namin mormitaan 😂 like tuqaa

yoomiilataa
Автор

Tiyyaan baay'ee balleessite hirkoo hojii dhorkuu hin qabdu garuu isheenis boss gaafa deebi'e ishee waan haammatuuf hirkoo dhokachuuf

GadisaDagne
Автор

I’m from America I like afaan oromoo diramaa please next

chalaTube
Автор

HIRKOO Most Beautiful Sitcom Afaan Oromoo ❤

ibrishaajm
Автор

Hirko dhiisi wan tiyyan jette indidin dhugaa rabbi ❤❤❤❤

awwolnagash
Автор

Hirkoo keenya baga nuuf dhalatte ilma Abbaa Gadaa!

DubeDanbobi
Автор

Namittii tana eenyuutu Tiyyaa hin tuqin jedhee itti hima.

factopia
Автор

Nuuf jiraadhaa ijoollee keenya ta'uunkeessan nu boonse.

FayeraGadisa
Автор

Waay Tiyyuu koo na mararteem dhugaa❤❤❤ jabaadhu

GebexA
Автор

Waw bay'ee namaat toltu Artistoota kenya ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

MeetiiBarsisaa
Автор

Waayyii tiyyaa yadaa ishee kessaa hin bahiin keessuuma bulii jetee😂😂😂😂😂😂😂❤❤❤❤❤❤

AnesaDaba-xppn
Автор

Baay'ee namatti tola dhugaa kun Diraamaa baay'ee Artii oromoo guddisuu keessatti shoora Olaaanaa taphata .Osoo kana caalaa kan dheeratu ta'eemmoo baay'ee namatti tola❤❤

demsashteshome
Автор

Oso namni yero dhibba lakki gochu danda'e anna siini leki godha ❤❤❤❤

safia
Автор

Diraamaa hawwiidhaan eegnu har'a baayee namatti hintolu sababni isaas mucayyoon haaraan nama aarsiti baayee wayyoo

ZERITUZELEKE-DESALEGNE-btcy
Автор

anumaaf tataan hirkoo fi tiyyaa mee namni akka anaa yoo dhiphaatan isaan bohartaan like godhaa❤❤❤❤

CaltuGanna