Hir-koo - Kutaa 47ffaa

preview_player
Показать описание
Hir-koo - Kutaa 47ffaa
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Jirtuu mee warri Akka Koo diraaman hirkoo araada dhaggeefachuu isinitti ta'e❤❤❤roobsaa Kaa Mee like keessan

AlamayoBadasa-pnyp
Автор

Saba koo taatanii afaanuma oromootin nuf hojjachuun keessanuu nuf gahaadha silaa saba biraa taatanii hinaaffaan nu fixxaniittu baguma keenya taatan ❤me warri jaallattan

Gazi
Автор

Dirama kana irraatti akka koo hirkoon haalaan nuu bohaarsaa jira warri jetan agarsiisaa mee👍👍👍👍👍👍

SADORATUBE
Автор

Hirkoo jechuun nama yeron mataan na dhukkube qoricha naa tahudha.
"Uffanni ergisaa nama irraa beeksisaa" namni akka koo itti tole 👍👌

NafirJ
Автор

Enyudhaa akka koo gafa dirama hirkoo ilalu dhiphina kan iranfatuu like 😂😂😂😂 love you hirkoo♥️🙏🙏

kiyagetu
Автор

Dhuga dubbachuf dirama hirko gafan lalu kolfan garaan na dhukkuba na caala namni jalatu jira nati hin fakkatu like 😂😂😂😂 love you hirko and family hirko❤🙏🙏🙏

Huze
Автор

Namnii jaraa kanaa jalattan laik naf godhaa

AbdiiBeker
Автор

Maloo Ani dirama kiyyoof hirkoo kana akkati jalaadhe ilalu wan bira ilale hin beku akkasti uuuf yoom dilbani ga'an jedha dhugaa nuf jiradhaa jabadhaa❤❤❤❤❤

KetoranTeka
Автор

Dirama kana kan akka koo haawidhaan eguu mee na eda'udhaan agarsiisaa🙏🙏🙏🙏🙏🌹🌹🌹🌹🌹

lemarcenter
Автор

Baay'een isin dinqisiifadha, baay'een isinis jaadha Hir-Koo koo, Gamtaa koo, Inistuu koo, Tiyyaa koo wow....jabaadhaa aartii Oromootiif ashaaraa kaa'aa jirtu.

ademedao
Автор

Ana dura ilaalee hara
Like naf godha

DawwiteeChammir
Автор

Style Hirkoo har'a kan jaallattan Akka koo like tuqaa❤

eyasudemise
Автор

Bagumaa ijjoollee biyyaa kooti taatani dhugaa waqaa issiinin bonaa siin jalaadha❤❤❤❤❤

ninaabdisa
Автор

Diramaa kanaf jechaa karaa Sa. Atii 3 nama ofuu badoo biyyaa arabaa kesaa demee Idoo shabakan jirutii dhiyadhee dawachaa jiraa Sanu jiruu biyyaa ormaa isin ho

AbdallaaDawud
Автор

Mee dhugumaattii namnii akkaa kiyyatii comdiyanotaa Kenya kan jaltaan ❤like 👍 ittii robbssa anii guyyaan dilbataa hangaa gahutii baby, een egaa turee

FuadKedir-bjli
Автор

Waan laman shawadamee hardha hintala jalqabaa Tiyaan see hirkoos nama birran sehee safuu hardhaa hirkoon wayyaa qayaratee😅😅😅😅😅😅😅😅😅 like godhaaf yaa oromoo ijolee qaxalee kanna ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

kennadubaro
Автор

hirkoo dhugumaa balcha safuu;ani jeedala diimtuudha kaniin biyya kanaa hin baanef.like godhi

lenjisahmed
Автор

Hirkoo Qalii kena Wagga kuma nuf jiradhu 🥰🥰🥰🥰🥰🥰 Namni aka ko hirkoo jalatan Like 👍 godha me ❤❤

HananTube-eesx
Автор

Wayyoo gara koo bayyee namaa fataa namaa godhaa diramaan hirko akka xummuramu hin fenu ittiumaa nuufufaa 😂🥰🥰🥰

dararatutube
Автор

Hirkoo baay'ee isnii jalaana itii fufaa dhugaa baay'ee namaati toltuu❤❤❤❤❤❤❤❤yeroo diramaa keessani laluu gadaa keenya iraafana

Asnaa-ro