MANTEESSOTA (HOJJETTOOTA MANAA) AKKAMITTI BULCHUU QABNA. |MADDII MAATII EP 35 || MO'AA TV

preview_player
Показать описание

Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

jalalee koo fi gargaraa koon sin Ameeen Ameen

senaamagarsaabalchaa
Автор

Ameeeen Ameeeen Ameeeen Ameeen Ameeen ebbifamaa dachaa ebbaa ta'aa maqaa yesusin

burtee
Автор

Maqaa yesusin ebbifaama dachan amen bay'ee barumsa garridhaa 🙋‍♀️🙋‍♀️🙋‍♀️🙋‍♀️

hawamohammed
Автор

Ameeeen waaqayyoo goftaan maccaa baraaf jirenya kesan yaa eebbisuu qopheesitota maddi maatii eebbifaama barrumsii kessan bayee kesaa nama jijjiraa goftaan sin yaa eebbisuu dachan waaqayyoo hubbanaa saa nuf yaa keenuu inii nuuhaa gargaruu ameeen📖📖📖👍👍👍👍👍

jiranerayesusin
Автор

Naga waqayyo dacha isiinif ha bayyatu

Barumsa W aqayyon gamachisudha dacha ebbifama ❤❤❤❤❤❤❤❤❤

senaamagarsaabalchaa
Автор

Waaqayyo isiin haa Eebbisuu Eebbifaama!!!!

meetidinqa
Автор

Dhugadhaaa waaqayyooo sin haa ebbisuuu barumsaa gudadhaa waraa dhagaanif tarii karaa barmsaaa kani namnoo baayeeni ofi ilaluuu jedheeni yadaa waaqayyoo namaa dhageee hojiraaa olchuu nuuu haa tasisuuu jabadhaa waqayyoo sin haa gargaruuu baraa kesaani hundaa Ayyaani waaqayyooo keesaa jiradhaaa waaqayoo hidaa keessaani haa ebbisuuu

tiyamoti
Автор

Erggaa Guddaa Dha Maatii Waaqayyoo Guddaa Eebbifamaa .Akkasumas Hunddeessaa Mo'aa Tv Ulffaadhaa Jenna.

momshassen
Автор

Uuuufff Eebbifamaa jabaadhaa kadhataan isin faana jirra

abouneshaberra