Maaddii Maatii S2 Ep.10.

preview_player
Показать описание

Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Wow beautiful my brother and sister my God Good

marelata
Автор

nagaan waqayyo isinif ha bayyatu jecha S agantaan Maddii Maatiraa barumsaa bayye argacha jira jabadha waqayyo dacha godhe isiin ha ebbisuu bayyen isiin jaladha❤❤❤❤❤❤

senaamagarsaabalchaa
Автор

Ebifamaa maddii maatii bayee namatii tolaa

sisaybeketa
Автор

Ebbifama matti waqayyoo Umuri dherradha Fakkenyaa nuf tatani ebbifama

almaamucca
Автор

dhugaa baayyee barumsaa gaariidha waaqayyoo bara keessaan haa eebbisuu

galanebakala
Автор

Eebbifama Waaqayyoo siin haa eebbisuu sabaa kiristoos..dhaltuu moomtummaasa sin haa tasifaatu

shantameegammada
Автор

waaqayyo bayee bayee sin yaa eebbisuu sagaantan maaddi maatii baruumsa gudda nuf keneraa eebbifama jabadha itii nuf fufaa goftaan sin yaa eebbisuu amayuu eebbaf ta, aa

jiranerayesusin
Автор

yesuse uladhuu ijaa sagale keef
Eebbifama goftan dachaa isini haa eebbisuu ayyani goftaa kenyaa isinf haa bayyatuu

berhaneassafa
Автор

Naagaan waqayyooo isinif haa tahuu jechaa maadiii maatii irraa barumsaa guddaa argadhen qabaa bor anis isiniraa baradhe bor dhalootaa akka barsiisuu abdii gudaa qabaa barumsaa kanaraa waan baaayyee baradhen jiraa Bor gaa'elaa koo keessaatti akka naa gargaarus abdii gudaa qabaa obbolaakoo baayyeen isiin jaaladha baayyee isin kabajaaa Anis akka keessaan kana gaa'elaa dhabadhee abbaa warraako wajin akka keessaanii kaanatii aka barsiisuu hawwii gudaa qabaa waqayyoo isiin haa ammayyuu kan kana caaluu nuuf dhiyeesaa adaaraa ittumaa nuuf fufaa Ebiifamaa Askale Kuwait irraa

askalejesus