Hirkoo marsaa 2ffaa kutaa 11ffaa

preview_player
Показать описание
Hirkoo marsaa 2ffaa kutaa 11ffaa
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Gamtaa taphata cima torban kana warrii jettani liketiin mul, isa 👍👍

GalataGadissa
Автор

Dhugaa Rabbii Diraaman Akka Diraama kana Takka Afaan Oromootin Hojjatame hin beeku
Diraama Dirqaman Yaada Keessa
Mulqee Kolfattii si Baasu Diraama Hir-koo kana qofa ❤

Thank You Isiniin jechun Barbaad

NuradinXahaa-mt
Автор

Dramaan Afanoromo akkasitii hojatamee Amma yonatii hin jiruu
Anafis perfekt Like godha

seenaborii
Автор

Namni akka koo hir koo diraamaa jaallattan like godhaa mee

ConfusedDandelion-izpf
Автор

Gamtaa har'ahoo akkamiti waan gaarii hojjete 😅😅😅😅😅😅😅😅😅 baay'ee namatti tola jabaadha qaaliwwan koo ❤❤❤❤❤❤

ebiseebise-qf
Автор

Hirkoo well come 🥰jal qaba anatuu ilalee like godha ❤

HaniAbetu
Автор

Yeruman diraamaa hirkoo ilaalu yoon Aaree jira ta'e nan gammada yeroon Aarun ilaalee kolfa namni akkakoo taatan Like xuqaa❤

Dinqisha
Автор

Dhugadhaa kuni warra sargii jedheni dhabatee hafu meeqatu jiraa Ani keessaa hin jiruu Abbaa manaa kiyyaa fayyaa Nagahaa fi Amalaa qabessee haa ta'uu malee sargii zerodhaa 👌

TsigeeHabatamuu
Автор

Namnii hirkoo jalattu hundu jajabdha wal jajabessa🎉🎉🎉🎉❤❤❤

NajmudinMowlid-fz
Автор

Namni hirkoo dhuftanii gafachu barbadan kootatii Hospitala Kerlandiitti Gafadha.
Iddoon Ittii Argamu Noc Furi Adababayii Abbaa Gadaa Birraatti Argama, jachufaniiyuu beeksisa akka najala hinfakane jadheen ittii dhise😂😂

solomongashaw
Автор

Gamtaan harruma qofa waan gaarii dalage 😂

WalooTube-w
Автор

❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤ dhugaa waqaa bayye tokoo Nama tii tolaa nufii jabadhu

EmebetAlemu-ftbg
Автор

Kana calatii itii fufaa bayyee isiin jallanaa ijollee or ko tiyyan akkamuma tatee kiyya kanaa wojin 😮😮😅😅

Jimmitii
Автор

hubattuu nama akka tiyyaa siniifaa kennuu warrii ishii jaalataan like xuqaamee

sirbootagaragara
Автор

Me simboo nufidaa maalo Marshall lammaffa❤❤❤❤

MDAwwal-bu
Автор

anii tiyaa badaa jalladhaa wly❤❤❤❤❤❤❤❤

SatraSatra-lh
Автор

Waraa dirama hirkoo siin gammachisuu like subis .... godhaa ❤❤❤😂😂😂😂😂

Siifaañmuleta
Автор

Wayyoo garaa koo takkaa akkana kolfee hin bekuu 😂😂nuuf jiraadha kennawwaan koo❤❤❤❤❤❤

TigistTamiru-pepv
Автор

Akan isin jaladhuu wly ❤❤❤🎉🎉nuf jiradhaa

Maam-py
Автор

Ossoo dhugumaa dubbarttiin akkka tiyyaa jiratee maal tahaa❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

GemechuNemera-pj
join shbcf.ru