Global Trends: Boq. 4 Bar. 1ffaa: Hiikaa Giloobalayizeeshinii

preview_player
Показать описание
Global Trends: Boqonnaa Afur: Giloobalayizeeshinii fi Naannummaa (Regionalism): Barnoota 1ffaa: Hiikaa Giloobalayizeeshinii.
Useful Social Media Links:
Facebook page
Telegram
LinkedIn
Twitter
TikTok
WhatsApp
+251930638200
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

We are proud to give someone like you is a strong teacher !!!
Thanks so much

suramelaku
Автор

Barsiisaa, hedduu takka galatoomaa! Dhaloota kana biraa seenaa guddaa qabda!jabaadha itti nuuf fufa!.

awalnuran
Автор

Jabadhuu bayyee galatomii hunda nuuf hojadhu
Ijoolleen keenya university hedduu keessatii rakko afaanii(afaan amaara)
Waan qabanuf isiinirra barana

ukkasha
Автор

Nuuf ka qabutti qabatee fincaa, a jedhaa beettaa oromoon too mammaaku nuuf jraadhu barsiisaa

girjaalaka
Автор

Bayyee galatoomi barsiisaa keenya hedduu namatti tola
PDF irraa barsiiftu kanas laadhu??

dubaidubai
Автор

Fayyaa nuuf ta'aa barsiisaa keenna.

arebshemsudin
Автор

Bay'ee nuuf galatoomaa bay'een siin jaalladha erga hojjetanii adaraa itti nuuf xumura fayinalaf torbee sadii qofa nu hafa, haramayaa university irraa

birishlachisa
Автор

Adaraa hundasaa nuuf hojjadhaa finaln nutti dhiyaate barsiisaa

johnweyesa
Автор

Bayee galatoommii jabbadhii partii itti annulee nuu hojjadha .

kalagodana
Автор

Baay'ee galatomii barsiisas keenyaa

hassenmohammed
visit shbcf.ru