Gutu Shiferaw/ DHUGAAKEE /Official video

preview_player
Показать описание
#Dhugaakee #Ethiopianchristian #Gospelmusicvideo #Gutushiferaw
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

I am orthodox but I can't get tired of listening this song.
MAY GOD BLESS YOU

kiyyaa
Автор

ትርጉሙ ባይጋባኝም ሁሌም ቢሳማዉ ዳስ የሚለኝ መዝሙር"ጉቱ ሽፋራ እ/ር አብዝቶ ይባርክህ።

zenabunetsenet
Автор

Uffee yeroo hundumaaa, dhaggeeffadhee, dhaggeeffadhee, dhaggeeffadhee hin quufu.Yeroo hundumaa Inni Mataa Abaarsaa buruqsee Anaan na jiraachise kuni na Ajaa'ibsiisa.Anaaf immoo Kunuunsa fi Araara Isaatu baayyate.Abbaan ergaa kanaa Waaqayyo daddabalee si haa eebbisu, Guutuu koo, Olkaafaamaa jiraadhu nama

gelanalemiofficial
Автор

Farafaana kan akkati qufun dhabee yeroo hundumaa imimimna koo itt buusaa maolkaa waaqayyo ergaa koo godhe Kara cabba koo naaf fayyisra 😭😭😭😭😭😭😭💔💔
like godha mee

kiiyyasumaabdiinkoojesus
Автор

Ani sanyii koof argaamni koo as na finne jabinni koo kan sirreese ilaalcha koo maataa abaarsa burksiite nama joora kunuunsite😭😭😭😭😭😭😭😭😭yesuus koo ulfaadhu Dachaan Eebbifami 🎤🎤🎤🎻🎻🎻🎻

godisgoodwaaqayyogaariidha
Автор

gutu Koo waaqayyomti Bara jireenya Kee haa ebbisuu ebbifami ❤️❤️❤️❤️🙏🙏🙏🙏

asteertasfuu
Автор

Maaloo maali faarfannaan akkanaa! 💔😭🤔🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️🙇‍♀️👍💪
Boollan itti kufe keessaan ittiin bahe dhugaa😭😭😭😭😭 eebbifami guutuu

hananhanan
Автор

Otuu Yesuusiin hin taanee, aniyyuu nama har'aa hin ta'un ture!!!

bonigudeta
Автор

Yeroo hunda faarfannaa kana yeroon dhaggeeffadhu imimmaan koo hin qabadhu😢😢 waaqayyo Eebba godhee waan suma nuuf kenneef haa eebbifamu. Guutuuko barrikee haa Eebbifamu😊

WandeeMargaa
Автор

Eebbifamaa hafi obboleessakoo yeroo hundumaan itti eebbifama guyyaa tokko hin nuffamu faarsaa Hafuura Qulqulluu giduugaleeffate!

bikochannel
Автор

This song evokes memories of a deeply challenging phase in my life, a critical time when I had to discern true allies from the rest, contemplate life's purpose, and grasp the essence of what truly matters. Those moments remain etched in my mind, as they taught me invaluable lessons.

apdateg
Автор

WOW Jechoota Farfanaake Sagaaleeke waan Hundaan waaqni Ebbise si dibee jiran Ebbiffami Gutishaa Jechoota Farfanake gafaa hunda Gafaan dhageefadhuu Hafuuran Liqifamani ati dhugumani dubbitan Farfata nuu jiradhuu gutishaa si jalaana❤❤

soolankebede
Автор

Guutuko maalima si godhuu laata siin baayen si jaalladha waa'eekefis waaqayyon haa galatu

wangariifa
Автор

ayyannii ayyanarrattii siif haadabalamuu waqayyoo guyyaa deebisaa dhufee siin dhabiiin ameeen ammeen

sofibekele
Автор

Mataa Abarsaa burkisitee Namaa joraa kununisitee halalluuyyaaa My God bless brother

diboramucaawaqayyooxilaahu
Автор

Dhugumaan shifee waqayyoo dachaa dachaa dinnaa durratii sii haa ebbisuu✊✊✊✊🙏🙏🙏🙏🙏🙏💗💗💗

almneshtolesa
Автор

Ammmen gutiyee ebbifamii dachaa darbii demmii Mucaa kakuu Ayyannaa waaqayyoo dachaa Sif haa bayyatuu turii koo 👏❤️♥️💖💟

seemborak
Автор

Eebbifami.Sagalee Mararoo bareedaa kanaan daddafii faarfannaa haaraa nuuf baasi Guutu.

alemayehujaleta
Автор

Utuu sin taane an nama hara'an ta'u, 😭😭😭
dhugaa faarfattee, bayyee itti eebbifame, eebbifami

feeneetyoomiikoo
Автор

Galgalli gaddaa yeroo dheeratuu,
waan jiraatan hin fakkaatu,
firri akka har'aas hin baayatuu".Eebbiffamii

getuarg
visit shbcf.ru