History grade 10 unit 1 part 1 / in afaan oromoo

preview_player
Показать описание
#history #unit1 #grade10
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Teacher kan kutaa 11faa nu hojadhuu jabadhuu

QananiisaaAbdulfatah
Автор

Afanoromoti malif hin daleyne histry unit 2 nagan isin gafanaa galatoma

LammiiAbdii-ic
Автор

chaanaaliin afaan oromoo history kan barsiisu hin jiru jabaadhu barsiisaa paartii itti aanu dafiiitoo gadi dhiisi

UrjiBale-yorv
Автор

Maaloo history unit 3 part 3 and part 4 dafa nu dhaqqabsiisa barnoonii keessan akka male namata tola!

MIDHAAGAADuube-ns
Автор

Teacher barnoonni keessan baayee namatti tola unit two maaf gad dhiifne ree?

JibrilHabib-pf
Автор

Maaloo Barsiisaa keenyaa History kutaa 10 unit 5 naannoo Arab Israel waar kan jedhu irraa jalqabaa nuuf hojjedhaa!!

DanielEyasuDanY
Автор

Teacher history greade 10th unit 3 gadd nuuf dhissaa kaa turtanii

MuzakirYuusuf-yebk