Anaadhufu Obbo Abdii Ahimad Godee 16 05 2012

preview_player
Показать описание
Qabsa'aa Obbo Abdii Ahimad Godee waliin turtii gonee jira.
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Adeeroon kun seenaa dabsuutu irraa natti mullataa jira. seenaa Raadiyoo moqaadishoo abbootii hundeessan dhiisee anaatu hundeessee jedhe. inumaa garee isaanii keessalletti hin ramadne. Jaarraa fi Elemoo qilxuus amantiin addaan nu qooduuf yaalan jedha

ibsaahmed
Автор

Namootni Raadiyoo Moqaadishoo Tamsaasa Afaan Oromoo bane: Sheikh Muhammad Rashaad, Abdi Hasan, Ayyuub Abubakar, Abdusalam Siyyo Bareentuu. Namni cimaan saganticha haalaan beeksise Ayyuub Abubakar ture.

afandiimuttaqii
join shbcf.ru