Boku Multimedia - Habtamu Lamu - Kaayyoon Media Keenyaa Maali?

preview_player
Показать описание
Join this channel to get access to perks:

Ethiopian and Oromo late night show music and entertainment.
#HabtamuLamu #Oromomusic #Oromonews #Gingilchaa #Qaanqeeshow #Oromocomedy
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Habtish stay safe and blessing Abudentely....!!

teshomegezahegn
Автор

Studio kee baayyee bareeda baayyee nama hawwata nutiis dhufnee isin daawwanna jabaadhu leenca koo si jaalanna ❤

ObsaTechno
Автор

ATI mataankeeyyuu Gigiichaadha Buufaa!

حمدانسلطان-ضع
Автор

Wow!❤ I admired your eagerness of showing your support to see modern societies❤
Especially to Oromo society's inorder to dig-out its cultures, languages, its contributions for socio-economy &innovation growths, for counter attacking against false narratives, to upgrade its polatical systems...God bless You habtish 🙌

meroe
Автор

Khab Waan Jedhe Dhageyse Silaa Isaafis Kaare Haa Muraniif Baga Argatte Arkachuu Kee Hedduun Gammada Siif Kennamuu Isaa Sii Miti Alagaafu Kennamaa Jiraa ❤Umri Dheradhu

Hararwod
Автор

Jabaadhuu Hojii Gaarii Biyya Hambaatti Jalqabde Gara Biyya Abbaakeetti Guddisuukeef Galata Guddaa Qabda

yisakorlegese
Автор

Welcome back to your country. Jeneraala keenyaa,

christianlyrics
Автор

Jabaadhu xiiqeffataa keenya abbaa gingilchaa .
Hadhuura oromiyaa magaala finfinneetti hojii akkasii jalqabuun kee wowu isuma dhugaati jabadhu cimi akka warra kaanii hafuura hin dhokfatin atillee

caaltuubaanchee
Автор

Mashaa Allaah Eegumsi Rabbiin isiin faan haa jirtuu

atifharar
Автор

hojjii namaa bonsuuf sabaa koo sabaa oromoo madaalu qabaate waan dhuftee Waaqayyoo si haa Eebbisu 🙏
warraa oddeesittuu dhisii hojjii kee ittii fufii kee qofaa irraattii xiyyeeffaadhuu
oromoon yeroo mammaaku "araabni dubbii baree . kanaaf isaan dhisii amalaa isaanidhaa hojjii isaanidhaa.

segnigidisa
Автор

welcome, thank you for your amazing work.

mohammedousmael
Автор

Habtish jabaadhuu hojjadhu. Qulqullina sagalee irratti hojjadhu!

muradmohammed
Автор

Jabaadhu waan sii ummatta kee maadaluu akka hojjettu abdii koo guddaadha....jabaadhu.

milkessakelecha
Автор

Baga gammadee baga gammanee baga kan gesee genyee kana calaa akka demtuu abdii guda qaba ❤❤❤❤❤❤

KasimAman-ce
Автор

Wow wle come General keenya Qallii Baga Gammddaa👏💯👍

mlbmlb
Автор

Wow Baayyee Nama Gammachiisa Garuu Sagaleen Xiqqoo Qulqullina Hin Qabu Sagalee Irratti Hojjedhaa Habtee keenya Si jaalanna❤

DHANGAAMEDIA
Автор

jabaadhu jabaa keenya baayee natti tolta

BikilaBeharuwakijira
Автор

Wow mashaallaa nii bardda bakki gingilcha bayye jaldha

DunduDundu-yu
Автор

Yes Dirqama ta'uu qabaa dhugaa waaqaayyoo sifaana haa ta'uukaa kanumaa caalaa bal'dhuu akka damee mukaa bayyadhuu❤❤❤❤❤

megersateku
Автор

Habtaamuu, sagantaa qaanqee show irratti hojii Gingilchaa jedhu irratti kan dhiyeessaa turtee kan namtti tolu ture. Amma immoo biyyatti galtee Boku Multimedia irratti dhufuun kee na gammachiiseera. Jabaadhu walumaan jirra Lammii koo

senbetoetana