NARRAASU | DESTA BERISO | EGEREE MEDIA

preview_player
Показать описание
ONLY ON EGEREE MEDIA
Egeree Media is an Oromo Media dedicated in supporting and introducing New Oromo Comedians, creators and Gospel singers by financially supporting the production. Videos uploaded on this media solely belongs to Egeree Media. Re-uploading any of the medias creations and content is prohibited!

Follow us on:
Facebook(Gaaddisa Oromiyaa)
Telegram channel
Telegram group
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Nami faarfannaa kana akka koo torban guutuu eegaa turte like tuqi mee👌

TekyJo-kx
Автор

Faarfannaa Mo'ichaati Abboo 👏
Eebbifam Destish❤

DestaDugo
Автор

Owwww my God! I am really blessed with the song and can't stop litsening❤❤.... level of production... quality of video and the arrangement...wowww God bless you and the team.

gamegirja
Автор

desta nama waaqaa eebbifami. waaqi kana caalaa keennaa isaa siif haa baayyisu. bara baraan faarsi abboo

DesalegnDesu-gh
Автор

Waaqayyoo sii eebbisuu... Good voice and melody

BorifanChala-tonv
Автор

የኔ አባት ዘመነህ ለዘላለም በአምላክ የመጽናት ይሁን ጌታ ይባርክ በአስጨናቂ ዘመን አረፈ ኑር ለምድራችን ሰላም ይሁን ❤❤❤❤

zemedkunmekonen
Автор

Powerful songs 👏 eebifamaa Marti keessan

HaweSho
Автор

Desu gooftaa sii ebisuu nuuf jiraadhuu ❤❤❤❤

BalelaGalgalo
Автор

Yooyyaa baga nageya dhuttee nama waaqayyoo ❤❤❤❤ barii keetii ka eebba ha te'u ❤❤❤

haroudesa
Автор

Waaqayyoon Bara jireenna kheeti cufaa ha Eebbisuu. Eebbifami

galgalobika
Автор

Critical message of the current season🖤

Hayuna
Автор

Woooow Dhuga goftaan dabale dabale powerful songs with amazing music composition ❤❤❤

Dannydejarcity
Автор

Gooftaan isin haa eebbisu. ❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

AdugnaBerhanu
Автор

Dadhaa dacha'aan nuuf Eebbifami Dasuu♥️♥️♥️♥️ Marroo teeti Waaqayyoon bara baraan haa Ulfaatu Maqaa Gooftaa Yesuus Kiristoosiin 🙏🙏🙏

udesabariso
Автор

baga nagaa nu dhuftee guyyaa baay'ee Egaa tureera eebbifami

MitikuAyele-zsxl
Автор

Waaqi dachaa dachaan si haa eebbisuuti faarfataa keenna 😍🥰🙏

Karumedia
Автор

Nu hin raasu ka biyya raasu. Yooyyaa Abbaa dhiiraa ❤

Harmuufa
Автор

Eebbifami faarsa ky waaqi Abba samayi Si ha Eebbisu jaba ky 👉♥️♥️♥️

adisumusatetoube
Автор

Yne abti tebarekilgn 🙏❤️♥️🥰🥰🙏 berketachin nki🎉🎉🎉❤❤❤❤

ShagaMiesa
Автор

Guddoo ittiin eebbifamnee bara jireenna kee waaqayyoo si ebbisuu🙏🙏

ShuraGamada