Hirna Town

preview_player
Показать описание
Hirna Ethiopia
hirna Namichatu Muriidee Suufiyyaa wahiitii, Wayita Mana Ol seenu "Sheekha" isaa Kan Haadha warraa isaatti Zinaa Dalagu arge. Jalqabuma Sheekhni Inni Nabiyyiis olitti Kabaju Kun "Sheekha kee waan badii irratti yoo agartes Waan gaaritti Hiiki" jedhee qabsiisee ture. Achumaan Haadha Warraa isaatti Zinaa dalagaa jiraachuu osoo arguu, "A'uuzu billaah, Maali Sheyxaanni Maal natti Fakkeessa?!" jedhee Ija Haxaawateetuma irraa of duuba deebi'e jedhama....

✓ "Namicha Gowwaa akkamiiti?!" jettuunimii ree?!

isin warri Du'aata Kana irraa Falmitan Nqmicha sanirra gowwoota. Namichi Zinaa osoo argu irraa falme, isin Kuf*rii, Waan Islaamummaa diigu osoo argitan Irraa mormitanii, Du'aata Jallinaa kanneen irraa falmitu...

✓ Maraafuu Kunneen Abubakar Ahmad (D/T Koree Fala barbaadduu, Bara "sagaleen keenya haa dhagahamuu"...kkkkk), Kaamil Shamsuu fi Dr. Semehaar Taklee faa, Wayita Lallaba Pheenxee irratti Keessummaa tahanii argamaniidha....

Рекомендации по теме