GALAA ENTERTAIMENT: New oromo comedy #IMX

preview_player
Показать описание
Daawwattooni Galaa Entertaiment osoo subscribe Hin Godhin Daawwatan Subscribe Gochuun Maatii Keenya Akka Taatan kabajaan Isin Gaafanna!
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Hojiin keessan baay'ee namatti tola jabaadhaa itti fufa garuu sagaleen qulqulliinaa baay'ee waan hin qabneef sirreessuuf yaalaa gara Fuul-duratti, jajjabeewwan Abdii dhaloota.❤❤🥰

tydg
Автор

Wow ❤️
namatii tolaa jabadhaa 🥰🥰❤️
Sammii&Dannuuu&soraa🥰🥰❤️

helleen
Автор

Baga nagahaan dhuftan qaqaaliiwwan keenya

suusiibaalee
Автор

Kolfan nu fixani wayi garaa koo namaa hubatef barumsa gudadha jabaadha jajabe koo❤❤❤❤

MitikeTadese
Автор

Jabaadha Soora, Dannu fi Hiriyonni isaa

Nura_Tubers
Автор

Baayyee naattii tola ijoollee oroo jabadha

bekankumessa
Автор

Erga gudda of keessa qaba jabadha 🥰🥰🤣🤣🤣🤣🤣

boubabouba
Автор

waan baayee namati toluu dha jabadhaa 👌

loomitabadhasa
Автор

Saamii
Sooraa
Danuu
I love you so much
My Shanee

metiiabebe
Автор

baay'ee nama bohaarsa ijoollee keenyaa;jabaadhaa

falmatamoti
Автор

wayyoo garaa koo kolfaan mucuqii baranaa misskin

simboofayerafayera
Автор

Hojjii bonsaadhaa waq 🤣🤣.
Jabadhaa 💔💔💔

gemechutube
Автор

Nuuf jiradhaa Danuu, Sami &sora ♥️♥️baayeen isiin jaaladha ♥️♥️

hawwiijesus
Автор

maal gonaa gadheen nugaalafatee mucaa ijaa keenyaa Kan waan hundumaa beekuu

BontuKedir-cm
Автор

Malif badani bay'e sin yanee dhugaa kota mee

forg
Автор

Qosaa fakkata male, ergaa guddaa qaba.dhugaa 😥😥😥😥😥😥 jabadhaa qomookoo ❤️❤️❤️❤️

ayantokumarra
Автор

Hedduu namatti tolu garuu hanqina qulqullina sagalee sirruussuuf yaalaa

abdi
Автор

Ijoolee Qaalii Jecha isiniif hin qabu dhugaa baayeen isn jaaladha odoo torbeti guyaa 2 nuuf gootani heduu namati tola.Shubaan akkam ta'ee❓

Bunnootube
Автор

Bagaa Nagaan Dhuftee jenee Galaa
Jabadhuu

adeentertainment
Автор

Mucaa ballinaa suuqqataa suma jadhee youtube keessa buluu kiyya an

bayanahmad
visit shbcf.ru