YOSEEF BACARRAA: CINIINSUU

preview_player
Показать описание
ONLY ON EGEREE MEDIA
Faarfannaa kanaan akka eebbifamtan shakkii hin qabu. Waaqayyo ijoollee keenya nuuf haa jabeessu. Warra namni hin beekne akkasii karaama dandeessan bira dhaabbadhaatii jajjabeessaa!
Faarfannaan isaa kaan illee kunoo ti. Eebbifamaa

All videos uploaded on this channel are entirely belongs to Egeree Media. The main purpose of our channel is to promote Oromo Young Gospel Singers, Musicians and Comedians. Copying any content of this channel is strictly prohibited.
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Faarffannaa obsa guddaa namatti horudha😢😢😢😢 Eebbifamaa 👏👏👏👏 waaqayyo bara tajaajila keessanii haa Eebbisu👏👏👏👏👏

BetheliumAsefa
Автор

Wow Jossy jabbadhu waaqayoo si baa ebbissu

faarfannakeenya
Автор

Uuuufff waqayyo Bara kessan haa ebisuu ebifama dachaa, , yada kessan gafi kessan rakkoo kesanif, , , debi haa latu, ,,, ifa argu fi jirtu 🤲🤲🤲🤲📖📖📖✝️✝️🙏🙏

ayantujesus
Автор

baraaf jireenya keessaan haa eebbbisuu waaqayyoo faarsaa abdii namaa kennudhu ifaa arguuf jiraa hu dumti keenya guyya tokko yerusaaleem biyyaa miidhaginaa keenyaatti biyyaa lafaa yaadoo qabdii sila obsaa fi amantiidhaan dandauu qabna abbaan keenya inni dhufaa

OliBekana
Автор

Josy namni hunduu hojiikeetti Akka gammadu abdiin qaba. Haa ta'u iyyuu malee ati ammallee hojii hojjechuu dandeessu hin hojjenne. Ayyaana sikeessa jiru sitti dhiyeenyaanin beeka. Hojiin ati hojjette tarree hojii hojjetamaniitti gaariidha jennus, atiif hojiin ati hojjette matumaa walitti hin dhuftan. Namni fuulduratti waan humnasaan olii hojjeta. Ati garuu of duubatti galaana ayyaanaaf kennaa Waaqayyo keessakee kaa'e irraa fal'aanaan nuuf cobsaa jirta. Hojii kana caalu hojii guddaa siin Wal madaalu Kan nama hundaallee ajab jechisiisun sirraa eega!

oromiatube
Автор

Namnii waqayoon abdidhan egatuu umayuu hin dhabuu kakkun ijolee qajelotaa.hin turaa turuyuu dursee argamaa kanaf.obsufuut furmata adhoo kiyya galatomii bay, ee farfana gara nama nyatudhaa anii imiman kotinin💗💗💗💗💗💗 dhagefadha farsaa kanaa 🤲🤲🤲🤲🤲🤲👍👍👍👍👍

yomhilanmerga
Автор

Waaqayyoo dachaa dachaa ayyaana isaa siif haa baayyesu yooseefkoo

tomashabte
Автор

sin eega ani sin ega sin ega abbiyyeeko anaaf dhufta si`idha birmataan guyyaa rakkoo eebbifami ayyaanni kun dachaa siif haa baayyatu!

ribkachanyalew
Автор

Ameen Ameen Ebbifamii waaqayyoo sii haa Ebbisuu dhugaadha
Wantii hundinuu Saalphadhaa Waaqayyoof hin nuuf hin danda, amnee Waaqayyoof salphaadha dhiyuu malee hin bariyuu kanafuu Rakkataan malee ulfinaatii hin bayanii edaa naa qofaa mitii Kan Rakkatee Raakkinnaa keessaa darbee galatomii Yesuus Kristoos Gooftaa koo 🙏🎚️🙏🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲

bikiakiki
Автор

Goftaan koo baraa fii jirenyaa keessan Haebisuu obbolaakoo naf jiradhaa

biree
Автор

Yooseef baccarraq jabaadhu imimmaantu narraa dhabachuu didekaa haadhoko

argamaafufaaoromtichakoo
Автор

Farfanaa bayee namatii toluu ebifamaa waqayoo isin haa ebisuu hayinichaa dachaa isinf haa bayatuu ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen Ameen 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤❤❤

farhaanaabaacaa
Автор

maloo ilales dhagefadhe qufuu dadhabee yesuse koo 😭😭😭😭😭😭❤❤❤❤sin egaa sin ega anni abbiyee koo annaf dhufta sidhaa mirmatan guyya rakko🙏🙏☝☝

martaa
Автор

Faarfannaa garaa nama ciibsuu ittin Eebbifmneera, Waaqayyoo baraaf yeroo keessan hafaan haa Eebbisuu

danielbenti
Автор

ameeenn ameeenn Waaqayyoo isin haa eebbisuu eeebbifamaa eeebbifamaa

Yesuskaraadhadhugaadhas
Автор

Ebbifamii hadhoo koo goftaa keenyaa si haa ebbisuuu ❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

kiyyaJowar
Автор

Maloo obboleessaa koo waqayoo sii haa ebbisuu imimmanqachuun dadhabee

CimdiiAsee
Автор

Uuuuuffffeeee ananiikaa farsaan kunii dhugaadha senaa guddaa off kessaa qaba 😘😍❤💕😭😭😭😭❤

habibabiba
Автор

Siin egaami siin egaa abbiyyekoo .ameen ameen ebbifamii ayyannisa dachas siifaa dabalaamu

billiidbl
Автор

ammmeeen baraa kee haa ebbisuuu♥️♥️♥️♥️♥️💞💞💞💞

xajjoomargaa