TOKKO HAA TAANU : SOLOMON ALEMU

preview_player
Показать описание
Topic: TOKKO HAA TAANU
Singer: #SolomonAlemu
Producer: #WAKJIRATUBE
Music: Minase
Presenter: #HooqubaaFilms
Director: DESU WAKO

#WAKJIRATUBE brings you #Oromo #gospel songs from Ethiopia. Thank you for watching and subscribing.
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Inni faaruu amantii kirisaataanaa tahu ni beeka.
Garuu waan oromoon koo itti jiruuf gorsa guddaa qabuudha.
Galatoomi galanni kesssan guddaadha.

mohammedhussein
Автор

mucaa kakuu baayyee sii jaladhaa farsa kee jalqabaa bayyeen jaladhaa alkanii guyya dhagefadhaa yeroo sana amanta biraa kesaa jiraa amaa garuu amneen jiraa waqaayyoo sii yaa ebisuu kanumaa calaa jabadhu

waanofiioromiya
Автор

God bless you broye ...❤
🙏😥😥💔
Dhugaa refun yadadhee Solomon muca xiqaa tatee farfatuu omg dhugaa waqayoo dibataa sif yadabluu nuf jiradhuu ebifamii ❤❤❤🙏🙏🙏🙏

booni
Автор

Dhugaa ketii qulqquluun waqaayoo qofa iyessus nu ha gargaaruu ebbifamii ayyanii waqaayoo kanumaa caalatii sif ha bayyatuu hamma dhumatii cimsee si ha dhaabuu goftaan ebbifamii

Genata-zf
Автор

Waaqayyoo saa haa ebisuu solomon goofttan. Bara jireenyaakee haa ebisuu

Ebifama dachaa waqqyyo. Haa ebifamuu waan hundumaa keessati isaa sin gargaree. Haa

obseetasgaraobsee
Автор

እግዚአብሔር ይባርካችሁ መዝሙሩ ትልቅ መልዕክት አለው አንድ ያድርገን ኦሮምኛ ሰማለሁ እናገራለሁ ስፅፍ ስለምሳሳት ነው ሁላችንም ስለ ሰላም ፍቅር አንድነት ተግተን መፀለይ አለብን

እግዚአብሔርእረኛዬነ-ቘኘ
Автор

Afaan gurbattii kanaa dibamaa
Soliye koo eebbifami!
Waaqayyo nu haa gargaaru!!

yadesashiriofficial
Автор

ጌታ እየሱስ ዛማን ይበርክ ዎድሜ እድሜና ጤናይስጥ የቆንቃ በለቤቴ እግዘብሔርን ነው

astertadese
Автор

አንተ. የጌታ. በርያ. ይብዛልህ. ይጨምርልህ. ባንተተ. መዝሙር. ተባርኬለው. ተባረክልኝ. አመሜን

senayetgerma
Автор

woow mucaa biyyaako waqayyo si ha ebbiisu guddadhu

ahmadsabbah
Автор

Waaqayyoo si haa eebbisuu Eebbifamii dachaan Sola 😍😍

Tokko Haa Taanu Ameen 😢🙏

Obsii
Автор

Uuffii eebbifaami guddaadhu waaqayyoo umurriikee haa dherreessuu.waaqayyoo tokkummaa nuuf haa kennuu.kana dhabnee baraa keenyaa kana keessaa. Ayyaanni kun siif haa dabalamuu.xinnuummaa keetin inni sii filaatee waaqayyoo haa eebbifaamu jabadhuu.

shawayyeeambooCor
Автор

Waqayyo kani calati dachaa sa ebbisuu bayee gara nama cabasa farafana kuni ebbifamii sol🎉🎉🎉🎉❤❤❤🥰🥰🥰🥰🥰

tigistgodefe
Автор

Ameeeen bara baraan Ebiifamii waaqayyo sii haa Ebiisuuu nuuf Guudadhu hadhookoo

kiiyyasumaabdiinkoojesus
Автор

Gooftaan Bara kee hundaa kan eebbaa siif haa godhi!! Eebbi Ayyaana isaa sirratti haa roobu dabalee

daffaaruuboggaalaa
Автор

Waqqayyo baraa jirenyaa kee haa ebbisuu quxsuu obblesa koo si jaladhaa ❤❤❤soli

tadelechmulunehmuluneh
Автор

"Biyya keenyaaf si dhugaadhaan kan araarsu jaarsi", Yaa Waaqayyo nu araarsi.

ararsadesisa
Автор

OMG ani jechaa hin qabu waaqayyoo sii haa eebbisuu 😥😥😥🙏🙏🙏🙏🙏

laniefufa
Автор

በመረዝሙሮችክ እጀግ ተባርኬ እየፈለኩ ሰማሁህ ጌታ እየሱሰ ከዝህ ክፉ ዘመን ይጠብቅክ ሶሳሁልክ ለምልም ውንድሜ

netsahonkubeeyesus
Автор

Ameen Solomon amasi kanuma caalati ayyaàni gofta sifi yaa baay'atuu

mesitesfaye