DAWIT GIRMA: BAABBAA KO! track 11

preview_player
Показать описание
#subscribe gochuu hin dagatiinaa!
#new_ethiopian_afaan_oromo_music​​
#faarfannaa_afaan_oromoo_haaraa_2022​​
#live_worship_afaan_oromoo​​
#protestant_worship_song_2021​​
#Amharicworship​​ #worshipsong​​ #amharicsong​​ #ethiopianSong​​ #WORSHIP​​ #GOSPELSONG​​ #AMHARICWORSHIP​​ #MEZMUR​​ #AMLEKO​​ #ETHIOWORSHIP​​ #ETHIOPIANSONG​​ #AMHARIC​​ #AMHARICMEZMUR​​ #GREATART​​ #EPHRAIMAMARE​​
#comedianeshetu​​
#zemayared​​
#ዜማያሬድ​​
#newyear​​
#newyearprogram​​
#donkeytube​​
#comedianeshetu​​
#dinklejoch​​
#dinklejoch​​
#dinqlejoch​​
#comedianeshetu​​
#father​​
#google​​
#tiktokers​​
#Blogging​​
#Twitter​​
#Ethiopiancomedy​​
#ebstv​​
#bbcnews​​
#Ethiopian​​
#ethiopianmusic​​
Ethiopian Protestant Mezmur, Breaking News, celebrity news, fashion, comedy, Ethiopian music, and news analysis, blogging, information, vine .....all Entertainment.
------ ------- -------------------- -------------- --------
#protesetan_song​​ #new_Worship​​ #Mezmur​​ #share​​ #subscribe​​ #like​​ #share​​
@ebstv worldwide @Abel Birhanu @Yenante Media @Guramayle ጉራማይሌ ዜና @MARSIL TV WORLDWIDE @Apostle Israel Dansa / Jesus Wonderful TV @Prophet Eyu Chufa @PRESENCE TV CHANNEL WORLD WIDE @ESATtv Ethiopia @Miko Mikee @የናንተው መንፈሳዊ tube Ynanetwe @Rakeb Alemayehu @Dagi Show - ዳጊ ሾው @Ethiopia tiya Diy @Minew Shewa Network @Hope Music Ethiopia @Kana Television @Betoch Comedy @Eyoha Entertainment
#paralyzed​​
#motivationalspeech​​
#amharicmovies2022​​
#መድረክ​​
#lovestory​​
#lovestorymovie​​
#official​​
#comedian​​
#drama​​
#ድንቅልጆች​​
#donkeytube​​
#oromosongs​ #faarfannaa​ #YadesaShiri​ #faaruutube​ #oromosongs​ #AfaanOromoo​ #awtarukebede​ #shakaayinaa​ #amanueletana​ #yadenimerga​#damefekadu​ #berekettesfaye​ #abrahamtarre​ #efadesisa​ #asegidabebe​ #yaadasaashirii​
#ebadiriba​ #afanoromosong​ #oromomusic​#newethiopianoromomusic​
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Namni akka koo Ayyana dawit irra jiruu dinqifattan like❤❤❤

bek-vihj
Автор

Michuu yesus!

Miichuu yesuus!
Si irra jira hafuuriisa.
Isumatu Sira dubbataa.
Dhagaa'ee dura
Hubaadhee Amma.
Kan sii mormmuu
Qanaa'ee salphaate.
Sinoo yesustu mararfatte.
Ni jirataa ati boontee.
Inno si wajin jira ati mal rakkatte??

Dawit Girma, sif dhugumatti yesustu jirmmaa.
Taate jirataa damee isa.
Sif jirataa Innis dulmnnii hin beeku isa.
Ganamaa carra toltee.
Baga yesusutti koluu galtee.❤❤❤❤

abdidisasa-hs
Автор

Dawekoo ebifamii jabakoo ayanii isaa sifii haa bayatuu amalen dadabalee maqaa yesusin 🎉🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤🎉🎉🎉❤🎉🎉❤🎉🎉❤bay, en itii ebifamee dhugaa 🎉🎉🎉❤🎉❤🎉❤🎉🎉❤

JojoChrabieh
Автор

Daawweee koo abbaan ayyaana kanaa afuurri qulqulluun ulfina isaaf haa ta'u, siif eebbisa dachaan sirratti haa baayyatu

desalegnnamo
Автор

maaloo daawwee kana akkuman itti jaalladhu dhugaa waaqaa
waaqayyonkoo sii haa eebbisu Daawwee

inf.n
Автор

Dhugaa jechii esaa keesaa bawuu mali kun waqumatuu keenefi ani ammatani koo benxee mittii garuu dhagefadhee qufuu dhadhabee ani si dhufumi koo hin oluu farfanani kun na bojjiye dhufee baqaa. Ansi ❤❤❤❤❤❤

BurteHailu-oo
Автор

Mali na dhibbaa bee an jechechi esaa kesaa bawuu jechi isaa hin maddaluu dhugaa davee farfatotaa komuu hin calaa nani Ani betee mitti dhugaa yeroo maraa nani dhagefadhaa dawiti farafana isaa Fi kan sol alamuu bayyee jaladhaa ijolee kana lamaani bayyee na mararani na jiradhaa tiruwwani Koo ???? Ebbifammi ❤❤❤❤❤❤

BurteHailu-oo
Автор

❤ Kristopsiin ifatti kan muli'san keessa dawit isa tokko an ayyaana sirra jiru jaalladheera ergaa sirrii qabattee jirta jabaadhu dawit

AlazarDejeneofficial
Автор

Kutattuu onnee abiddaa kan dhugaan keessaa finiinu baga garaa haadha keetti hin hafiin ati ilma waaqayyoo isa si jaallatee hojjetaasaa si godhateef bara baraan galanni guddaan haa baay'atuuf dhumni kee haa bareedu devo keenyaa💯💯💯

ayyaantuuayyaantuu
Автор

Kan Abbaa koo isa waaqaratu sitti Hime jedhe yesus ❤❤❤❤❤❤❤

KakuuDeebisaa
Автор

You are blessed my my brother.Tebarkkkk geta yibarkhiii

mikyasalemu
Автор

Waqayyoo waqaraa si haa ebisuu devee Ebifamii maqaa yesuusin ❤❤❤❤ Abbaa koo dhugaati goftaan ❤❤❤❤❤

AdugnaLomiiadugna
Автор

Dave baayyeema baayyeema eebbifami .Yoomuu waaqayyo jecha sin dhowwatuum, baayyeema na dhiba.

AmaanueelYohaannis
Автор

Nam jabduudha gurbaan kun ❤eebbifami Dave koo🎉

motibedada-yhjr
Автор

my great hero! I appreciate you Dave keep it up 🎉🎉🎉

YohanesTolasa-sjek
Автор

baba koo dhugati atii This man always makes me laugh when I listen to his songs! The lyrics are unusual but beautiful.

saraguye
Автор

Wow baay’ee baay’ee hafuuraa Nama boqochiisaa ebbifamii dev koo. Sirrattii ha bay’atuu ayyannii goftaakoo ebbbifamii❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤😊

IfaTadasse
Автор

Ebbifamii Waqayyoo Ayyaanni kanaraa caaluu dachaan sif haa dabalamu Dv❤❤❤❤

getetube
Автор

Hin dhagayiin kanni biyaa laffaa amayuu. Isaa ollidhaan daballee daballee Sagutuu Giftaan koo yesus. Ebbiffam saa, ebisuu goftaan. Jaabadhuu

Ayatu
Автор

Dawee koo nufii jiradhuu itii sifii adabalamuu

QalqidanDarjee