Jamaal usmaa'il - Aliifii jaalalaa - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]

preview_player
Показать описание
GEM Tv :- Jamaal usmaa'il - Aliifii jaalalaa - New Ethiopian Oromo Music 2019 [Official Video]

Check Out New Ethiopian Music Videos by Golden Ethio Music.
#GoldenEthioMusic #EthiopianMusic #GoldenMusic

Subscribe Today and Get All Your Favorite Music.

Any unauthorized use, copying or re upload of this content is strictly prohibited.

Copyright ©2019 Golden Music.
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Jabaadhu boonaa Afran qallo. Bayyee haasa‘u ni danda‘u jechaatu na hanqata.
🙏🏽🙏🏽🙏🏽🌹🌹🌹❤️❤️❤️🫶🏾🫶🏾🫶🏾

abbamoggaa
Автор

SIrbi kun sababni jalqabaa "hit" taheef sababiiin guddaan 'featuring' mootittii wallistoota dubartootaa, qaalii Anniyyaa, takkittii Baha Biiftuu, qaxalee Faaxee Anniyyaati! Waan biraati yoo naan jettan hin dhagahu kaa!!

TofickSiraj
Автор

Much love form Kenyav🇰🇪 (Marsabit)....am a Rendille....i love oromo music in my blood

philipzolearapz
Автор

Am Somali, I can't understand Ethiopian music but like to listen every now and then, plz allow us to download

shukrinuh-jodc
Автор

baay'ee namatti tolaa jabaadhu. jamaa hojii gaarii Faxee waliin hojjettan

meyrabeyan
Автор

Hargaghee yaa maddaa jalaala siin jalaadha akkaa sabaati warraa jalaala malee jibbaa gonkummaa hin beekne ♥️♥️♥️♥️♥️♥️anii Arsiidha garuu dhugaa jiruu biraa soba hin dubbaatani🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🙏🏾🤲🏾

ZiyadMuhammed-lw
Автор

Best of best
Bayy'ee Barreeda ergaa guddaa dabarsa

BadhaneFaye
Автор

woow jamsi jabaadhu arti oromoo guddisu qabna kana caalaa sirraa egna

jirraakookeettube
Автор

Hararghee shaggayyee maammarii Fugug biyya goota Jabaadhu Jamal Usmail

lalisaentertainment
Автор

Jabadha jemal heduu si bareeda gara fuula durati is kan caala akka hojatu abdii si qaba
🌻🌻💐💐💐🌻🌻
🌻🌺 እንኳን 🌺🌻
🌻🌹አደረሰህ🌹🌻
🌻🌻🌾🌾🌾🌻🌻
💚💚💚💚💚💚💚💚💚
💛💛 🕊 ሰላም 🕊 💛💛
❤️❤️❤️❤️❤️️❤️️❤️️❤️️❤️

محمدنصر-ذث
Автор

jabaadhuu 💪💪💞💞👈👍👍👍👍Jamaal Kenya baga Kenya tatee 💞💞💞💞💞💞💞

fahizaabrahim
Автор

Oromiyaa jitu adaa walin bay, ee baredaa itii fufaa jabadhaa

makdasgizaw
Автор

Baga Oromoo Sagaleen Teessan Lachuu Wahi Bel Tal Gootee Namatti Kaaftii Jabaadhaa
Abbaa Beekhutu Beekha Mi'aa

fooziyaaoromoo
Автор

maashaa allaa jabaadhu kana Caalaa itti fufi

caalaamahammad
Автор

Dhugaa irraa qabameetin jira sirba kana haluma kanaan itti jaabadhu❣

handartuumohammed
Автор

Jabdhuu leeccaa oromoo bayee baredaa akanumaa ittii fufufaa oromoo tiyaa ❤💚❤💚❤💚😍😍

bayyeegalatomiinafiidalage
Автор

Hedduu nama tola hamtuun isin hin Argin ijoollee Oromoo Akkatti An jaaldhu Aadaa Harargee ❤️❤️❤️

Mariyee_Arsii_Saguree
Автор

I love my oromo people, being one of the (Borana, from Kenya) I am proud of you . I wish I would get one oromo Hararge girl.

robabika
Автор

I really like this music! Great job! Jabaadhaa ijoollee oromoo hamaa fi hamtuu isin irraa Haa qabu. Isin wojjiin jirra.

balerobe
Автор

Typical hararge oromo music waw I liked it****

jhabirukgirma
visit shbcf.ru