Caayaa OBN Gurraandhala 10, 2017

preview_player
Показать описание
Caayaa OBN Gurraandhala 10, 2017
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Namoonni Gaazexeessaa Gameessa Anuwaar jaallattan Like xuqaamee💓💓💓💓💓

KenoDeresa
Автор

Hogganaa biiroo milishaafi dhimma nageenyaa oromiyaa osoo qophii kanarratti dhiyaatee dansaadha jedheen yaada akka nama dhuunfaa tokkootti

abditube
Автор

Namni akka koo Caayaa yoo argu hojji issa dhisee hordofuu like na godha ❤❤

GennetMekonnin
Автор

Saganta OBN kessaa sagantan Caayaa hawasa birattii bekamti guddaa horate jira warri jettan Like 👍 👍 👍 👍 👍 itti muddaa

malifi bektu haqa ummaataa baasaa jira wantayef
Ulfadhu Anawar ❤❤❤❤❤❤❤

shukriitube
Автор

We need more of you
I live in western Canada and many of us came to Ethiopia and tried to invest there and after going through unprecedented corruption, we lost our money, wasted time, inviting lunch, supper finished money before we started and came back home.
This is shared by many many diaspora members.

mbenti
Автор

❤አነዋር ጎበዝ ጋዜጠኛ ነክ እግዚአብሔር እድሜ ጤና ይስጥክ የህብርተስቡን ችግር ለሚመለከተው እያሰመካ ስላለ ተባረክ

selamademsung
Автор

CaaYaa OBN is the best program ever I have seen. Keep it up!!!.

GelchuGurracha-tq
Автор

Anuwar Miliyoon irraa dhukee kaasaa jira kan jettan like naaf godha

bilisekarasa
Автор

Akkanatti yoo itti fufe waan hedduu jijjiiramuu danda'a.gaazexeessitoota biroof fakkeenya ta'a
Anuwar garuu leenca haati deesse kuma moo'i aboo❤❤

GudisaJote
Автор

Anuwaar waqannii hiyyessaaa bahaa fi gallaa kee haa egguuu atii qaroo ummatatii wantii hunduu osoo akkattii sakata'ammee jijirammaa guddattuu dhufaa ummattaa kenyaaf Kan akka kee kummaa kummatamaa nuf haa bayyisuu waqayyoo. Anuwaar fi obbollonnii isaa fannaa hojataan nuf jiradhaa waqayyoo isiin haa tikissuu. ❤❤❤

MasaratAlamuu-ci
Автор

Namni akka ana caayaa osoo eegu torbaan ji'a itti ta'e mee 👍 na argisisa

MubarekMohammed-it
Автор

OBN MIIDIYAA UMMATAA QOPHIIN CAAYAA OBN BAAYYEE GALATOMAA ❤❤❤ JECHA Garuu dhiimmaa inveestiimentiin walqabatee dhiheessitan irratti baayyee nama Ajaa'ibsiisa osoo deebbisaa tokko hin kanniin calliseetumaa sagantaa guutuu xummurruun yoo danda'amee waan Ajaa'ibaati !!!!. Yoo dhugaanii fi iftoominii jiraatee seeraaf dhihaachuu qabaa yoo durabu'aa ilaalatees nuuf dhiheessaa. Sadarkaa oromiyattii yoo akkana tahee godinnootaa fi Aannoonnii maal akka hojjatan tilmaamuun homaatu nama rakkisu.

MohammednasirAbdi
Автор

Osoo Arabnii na birraa jiruun bilbilaa guddaa kan carqiidha mataa irratii hidhadhee demmaa jiraa
Warii Akkaa kiyyatii caayaa jaalataan like tiqaa

BayaanKadiir-ci
Автор

Silmii uummata xuuxee bokokeeru kana dhoosuun barbaachisaadha!!! Gareen caayaa obn galata guddaa qabdu❤❤❤

kasahunkitila
Автор

Ani wantii jedhu yoo jiraate jabaadhu dhugaa ummata keenyaa bassi . yoo duutes seenatu si yaadata Anewar.

natanFikadu-cg
Автор

Anawaar koo jabaadhu rabbiin dafqaan bulaa sii faana haa jiraatu

abdiitoubi
Автор

Rabbii sihaa tiksu namni dhugaaf dhabatuuf haqaaf hojjaatu biyya Ethiopa keessatti lubbuun jiraachuuf wobii hin qabu rabbii sii eegu onnee keenya keessa jirta jabaadhu ❤❤❤❤

AbdiiTube-zb
Автор

Ammayyuu ijoon rakkoi kanaa tuqamaa hin jiru! Rakkoon ijoo malaammaltummaa fi kira sassaabdummaa hooggansaa fi raawwattootaati! Isaan ammoo hajumaata badaa kana keessaa harka waan qabaniif walitti bu'uu hin barbaadan. Hawwaasni dhiiga xuuxamaa jira.

ZERIHUNCHEWAKA
Автор

Sobduun Ija hin baattu kanaaf dubbiin harkaa badii. jabbadha Anuwar fi Ayentu itti mudda.

obsaantube
Автор

Zaalimaa rabbiin sii haa salphisuu Ammas

jemilatunna
visit shbcf.ru