Nagaasaa Kumsaa - Mana Sadeen - ( Official Music Video )

preview_player
Показать описание
Negasa Kumsa's latest track, 'Mana Sadeen'! 🌟 the powerful rhythms and heartfelt lyrics of this new release. Don't miss out it's available on all music distribution platforms are you ready EnjoytheVibe! #NegasaKumsa #ManaSadeen #NewMusic"

Copyright 2024, ©Motessa Studio. All rights reserved.

#ethiopianmusicof2024 #ethiopiamusic #oromomusic

#oromomusic #motessastudio #dhugaa #motirobale #RoophilaaSalaalee #DirrisaaQajeele
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Kabajamoowwan koo Editing irratti yoo yaada qabaattan reply naaf godhaa Galatoomaa🙏

Hinsee-
Автор

Maatiin keenya hundi keessan galatoomaaa waan nu jajjabeessitaniif

MotessaStudio
Автор

Wow ❤❤❤❤❤ Namnii akka kiyyatti artistii kana sagalee isaa jalaattan lakki godhii💯💯💯💯💯💯💯

NuguseMan
Автор

Wow amazing 🎉 namanii akkaa koo sagalee welissa kanaa bay, e jalataan like 👍 itti robsaa ❤

WorkeyWorkey-xu
Автор

Nagee hiin dandesaa dhuugaa sirritii kamiisaa hiin tolee sanbataa badeen SII dhufaa jetee gurbaa ❤❤❤❤❤

TakeYigazu
Автор

Mee namni isinitti tolee like itti roobssa asitti dhugaa sirbbaa annaaniin dhuffte itti roobsi like JABA OROMO 💪💪💪💪💪💪💪💪💪💪

Anaadhufu-se
Автор

Waw Oromoo music at top Kamisa tollee sambata bariin siif dhufa ❤❤❤❤❤❤ ❤

Yasinbulaybt_
Автор

Sagaleen gurbichaa cal jedheetuma seena ❤


Jabaadhaa ijoolle❤️
Isin jaalatamtoota

LaloTadesa
Автор

Sagaleen kee adduma mudoo tokko hin qabu jabaadhu waan guddaa sirraa eegna
Galatoomi 👌👌👌

bayukebebe
Автор

Hojii kana warri jaalattan comment koo like tuqa❤❤

TorbichaTube
Автор

sagalee qaaxaler ijoolee Oromoo Artin Oromoo akati guddate argun ko heeduu na gammachisaa dhugaa rabbii waareegamnii haacee dhaaloota xiiqqitii galcheraa😭😭😭😭 haacee ko Gumaan kee guyyaa tokkoo inuma baha dhaaloonni itti anus ta'u inuma guma kee baasa 😭😭

Sifaanhaile
Автор

Wow❤💚❤️Jabaa Koo💪 ergaa ati narra fagate qophaa koo ta'ee na nyaranii❣️

ZiyadKediro-kz
Автор

Woww bayye namatti Tolaa hojii garri hojeete dhugaa 🎉🎉🎉🎉❤❤❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

Kenaa-zw
Автор

I have not idea about this music, it is best of best good proformas

FikaduTsegaye-vx
Автор

Dhagefatame Hin Qufamuu Jabaa Kenyaa Jabadhuu 💕♥️♥️❤️🎉🎉🎉🎉

AbdallaaDawud
Автор

I am from Poland I am respect oromoo songs 🎵

Mallisha_Bk
Автор

jalalaa naa qabsiftaa yaa gurbaa lakkii attii

GezuAshenafi
Автор

WOW anii baayee.n jaladhee namani akka kotii jalatanii mee❤❤❤❤❤

AbdulbahrKamala
Автор

Wow wow Amazing Nice. Music Congrats 🎉🎉🎉🎉🎉🎉❤ 💚❤️💪🏻💪🏻💪🏻

Bontu-eh
Автор

Qomoo koo bayyee namtii tollaa nufii jiradhuu ❤❤❤❤❤❤❤hujjii garidhaa💯💯💯✅️✅️✅️✅️✅️🥰💋💋💋

fatinasser
join shbcf.ru