28,03,2025,ODuu Amme

preview_player
Показать описание

Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Biyyii rabbiin qabdi, shiran hin diigamtu, shiraleen hin ijjaaramtu

BulleBariiArguufBulleBariiArgu
Автор

Duraan dursee obboleessa keenya akkan baga nagayaan dhufte siin jennaa oromoon yeroo mammaaku dhugaan ni qallatti malee hin cittu jedha ani viidiyoo kana ilaalee hedduu waan irraa baradheen qaba sababiin isaatis akkuma ati jette mootummaan kun kan bakka sana taa'e dhugaa dhokaa keessatti mul'atti jedha kanaaf ammoo tiyyuu mootummaan kun nu miidhaan otoo jennu video kana ilaallee waan hedduu irraa baradhe hin qabu namoonni baay'eenis oromoo fi oromoon waan irraa barate hedduun qaba jedheen yaada

IssafuDureessa
Автор

Duubii hadhaa dhugaa dubatee kaan abiyii❤❤

KkkHhhh-sl
Автор

Abiyi oromo tahu issa hin ilalin sirna issatu hamada kan biyya diga jiru kan oromo tahu issa miti Abiyi fakkesadha oromo yomm galtif

MohammedMohammed-dj
Автор

Haqaa dubbachhuu keef daaraan si dinqiisiiffadhaa!!

MelbGadies-fn
Автор

Mootummaa Oromoo hin jedhin Oromoo ajjeesuu malee maal nuuf godhe Abiyyii kana nurratti hin dhaadatin

HaqaafanTube
Автор

cululee keenaa bayyeen siin bonaa dhugaa gadiisa oroomottii atii ❤❤

HawwiHawwi-hm
Автор

Akkam nagaa fayyaa jirtu❤❤ jabaadhu itti fufa isiin jedhaa

Mustriya
Автор

Sirnaa minilik kana ka deggaru you tubarota keesa suma arge Abiyi Ahmad minilik 2 numa degari ati

MohammedMohammed-dj
Автор

Aboo yoo dhugaa Dubbannee mucaa xiqqooo dhieenya kana gudeedamtee dutee sanuu jarumaa kana shiraa isaanii xaxee ajjese namaa shakkisiisa

HassooMuhammadg
Автор

Dhuga ketii wly rabbin haqa isaa habasuu insha allaa

Niizeetube
Автор

Waa'ee Burtukaan irratti Jawwaar maal jedhe Faannoo qofa miti Jawwaar Mohamedis Faannoo deeggara jira kana irratti Jawwaar akka inni Faannoo deeggaraa jiru hubadhu asumaan kana ragaan hin barbaachisu atummaan ragaadha kana Ahmad Culullee kiyya ❤️

FhFkjjn-le
Автор

Dhugaa dubbatte silaa rabbiin oromoo tana waliigalchee gaariidha iyyaa oromoon akka waliigaltu

AliTube-lj
Автор

Dhugaatti buli ilma sabaa💪 shaneenis oromiya keesatti nama butun hiyeessa boichisaa jirti nuuf gabaasi

ConfusedBirthdayCake-cotf
Автор

as wr wb ngy jirta gabsni kee dhugadha ati amma waan siif himu namni bayyen gara ke debine jirra gabasa gize nuf gabaftu wal kessa hin godhin fi ammas dafte gurra nu busu qabda thenk you

Badri-sq
Автор

cululee keenaa bayyeen siin bonaa dhugaa gadiisa oroomottii atii ❤❤ 13:00 13:00

HawwiHawwi-hm
Автор

Bukoodha garuu ati ergi nama 150 booji'anii warra kaan maaf suuraa hin kaasne booji'amatti kophee bituun jiraayi soba amma kana ga'u jibbiinsa Wbo irraa qabduuf gabaaste dhiisi sin fayyaduu

HaqaafanTube
Автор

Ati akka gazixeyssatti oduma kee gabaasi male gara namtokko gortee nama tokkof atakaro taate tokko deggara tokko farsaa ooduu kee of dura hin balleyssin sin jennaa adero nuti hordoftota kee wan taanef abiyis ta e nama biraas nutti farsin sin Jenna please abiyyin wan inni hojjetterra wan inni ummatta midhetu irra guddaa wan ta.ef please 🙏 oduma qofa nuf gabasi sin jennaa

arjunnure
Автор

Wly dhugaa jetee waggaa 27 nucafacanii nubushaa turanii nutii oromo jedhiin GANA cafacafaamtii amasiin numiitee

BakirIbrahim-us