Boonaa Dhufeeraa: Waan Ofii Too ** NEW 2017 Oromo Music

preview_player
Показать описание
Oromo Music : Boonaa Dhufeeraa - Waan Ofii Too (Official Video)

RE-UPLOADING THIS VIDEO IS PROHIBITED!
Sirba kana bakka biraatti fe'uun dhoorkaadha! #OromoMusic Oromo music #OromoSong #OromoSongs Oromo traditional songs Best Oromo songs Popular Oromo songs Oromo folk music Oromia music #OromiaMusic Oromo cultural music #TopOromoSongs Top Oromo music videos #OromoMusicVideo Oromo music legend Oromiffa songs Famous Oromo singers #Oromp3 Ethiopian music Oromp3
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

በእንዲህ አይነት ዘፈን እራሳችንን እናፅናና እንጂ ዘንድሮ ናፍቆት ሊደፋን ነው
Wayooo yaa oromoo koo nufu jiiradhaa siirbaa bayee bardaa dhaa

oromoofirst
Автор

ጥሎብኝ ኦሮሞ እወዳለሁ ፍቅረኛየ ኦሮሞነው እኔ ግን. ወሎየነኝ ለዛውም የሀይቅልጂነኝ. ፍቅረኛየ ኦሮሞይጋብዘኛል እኔግንአላቀውም. ግን ምርጥ. የኦሮሞልጂነው ያፈቀርኩት. አቤትጪፈራቲችል ዋውውነው

ፍቅርየወሎልጂፍቅርየወሎል
Автор

Dear I really like the video. What country are they from can they help with information. Greetings from. ECUADOR 🇪🇨

franciscoivanmatutetorres
Автор

Uuufff sirbaa kee bayye anti tolee jabadhu qaxalee kenya Oromo ko Si jaladhaa ❤❤❤

sinboneeyearsiilij
Автор

wow ልብ የሚነካ ሙዝቃ ነው በጣም ደስ የሚል ነው በርታ እሺ ወንድሜ አቤት እኮ ስወዳቹ ውድድድድድድድ

alichoker
Автор

Wawwww baayee namati tolaa Lammii koo jabadha amaasi itti fufii sabona keenyaa galanii kee bilisumaa haa ta.uuu👍👍👍👍👍👍

bontuumorgimorgi
Автор

Leeeleee Akkasi malee oromumaa ofiitin Bonuun Akkam Namaatti tola! Oromiyaan Magarisaa ---👍horii bulii !!! itti fufii--👍✊✊✊

birkesabbontuu
Автор

Nan yaadin siifan gala amma oromiyaa finfinnee Booleetti na eegi qashtii keenya sirba bareedadha nuuf jabaadhu jajjabee ilma oromtichaa❤❤😘😘

mesishanbel
Автор

Wow 😍😍😍😍😘😘😘😘😘Qomoo keenya Nuu jiraadha waqayyo isiin haa eeguu ❤️🌳 🌳❤️

peacelove
Автор

Oromiyaa dachee magariitu jiitu biyyaa koo siinan boona

DejeneGelgela
Автор

Pls siirbota Kenya like gotan male biraa hin kutina like ada ha godhannu!

farefare
Автор

ዋዉዉዉዉዉዉ👌👌👌👌👌👍👍👍👍ምርጥ ሙዝቃ ነው በኦሮምኛ አለፆፌ ቁቤ አልተማርኩትም ስለዚ ነው ኦሮምያ ነኝ ወድጀወለው

መስከረምመስከረም-ኰቀ
Автор

bay'ee nattii tolee laphee bitiin na godhe sirbii kee keessatu Amboo koo maqaa yeroon dhagahu jabadhu lammii koo💗💓💓👍👍👍

kulaniasrati
Автор

maaloo maal sin jedhu waan meeqa na yaadachiifte ani dhugaa dubbachuuf ergan sirba dhageefachuu dhiisee ture kan kee kana garuu dhagahee quufuun dadhabe leenca ilma oromoo jabaadhu sagaleen, sirbi, yeedaloon, ejenni kee illee osoo hin hafin natti tole 😍😍😍😍😍👍👍👍👌👌sirba kana download godhee boy friend kiyyaa erguuf kutadhe jabaadhu jajjabee koo

Melanie-ckpv
Автор

Wawoooo!!.. "seena gara hin baane taate sin dhiisu maafan si dhiisa" Daran namatti tola.jiraadhu.

kumebekeleibsa
Автор

what an interesting music boonaa, it is gonna be one of my favorite hit of the year . i am all ears for your coming hits really.

danielkiflu
Автор

wowwww halaan namti tola jabadhuu saboona♥♥♥

bileenbileen
Автор

bayee Nama itti tola sanyii nuufi jiradhaa Qomoo Koo, jabadha nuufi jiradhaa

muleabdissa
Автор

heddu nati tole garu sena wayi naa yadachifte waqayo si haa gargaru jabadhu 😭😭😭❤❤❤❤❤❤❤❤👀

messiqulquletimariyamsuman
Автор

Oromp3 jabadhu asumanu kotuu matii naaf tahi anii sif tahera

cookingwithtuba
welcome to shbcf.ru