Andualem Gosa | Makkoo Bilii (New Oromo Music Album 2024. Ayyaantuu )

preview_player
Показать описание
Andualem Gosa Makkoo Bilii : | Ayyaantuu (New Oromo Music Album 2024)

#Makkoo Bilii:
#Ayyaantuu

Walaloo: Lalisaa Indiris Adam
Yeedaloo : Andualem Gosaa, Mootii Abbaa Daallee fi Uummata

Compos & Mixing: Micky Jano
Live Instrument: Micky Studio
Mastering: Abagaz Ishoyitaa

@ Andualem Gosa
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

አንዱዓለም አንደኛ ነእ ምርጥ አልበም ነው በጣም ደሞ ደስ ያለይ makkoo Bilii አርፍ ነው ውንድሚ በርታ 👌🙏🙏🙏👌👌

Nahomeketema
Автор

I promis to come and listen again whenever you like my comment🔥🔥🔥🔥

amannuel
Автор

Sirboota 16 keessa kuni adduma natti bareede dhaggeeffadhe quufu dadhabe Andu keenya jabaa nuuf jiraadhu ❤❤❤

qalloowarratuulamaashaggar
Автор

Wow kun immo 🔥 🔥 video haa hojjetamu warri jeetan kottaa

gadisemekuria
Автор

Maal ijoo Ajaa'ibni Tokkoon tokkoon Sirboota kanaa kitaaba dha ❤❤❤❤🎉🎉🎉🎉🎉

ajemawogi
Автор

Sirba jechuun kan akkasiiti, kan seenaa of keessaa qabuu fi yeroo barbaadamutti ba'e. Andu'aleemii fi barreessaan sirba kanaa beekumsaa fi qaroomina qabdu. Big respect!

malkaas.muleta
Автор

Ajaayba rabbi ogummaa fi dandeettii addaa nama badhaasu, ilma saba guddaa, Oromticha jabaa baga keenya taate Leenca dhiiraa! Beekumsa, dandeettii, ogummaa, qaroomina ilmi Oromtichaa bakka tokkotti gonfate kanaan, Cimina sabichaa beekuun nama hin rakkisu❤❤❤❤❤❤

JalataDaba-ps
Автор

Makkoo bilii= Hundee seera Oromoo
Kun sirba qofa miti.
❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤❤

chimjaves
Автор

Kessaa kan natti tole kana. Namni isintti tole comment kana like godhaa natti agarsiisaa🎉

lalitube
Автор

Waan addaati ❤🎉🎉❤🎉❤🎉❤
Dhuguma ati artiistiidha yadaloo, walaloon, ergaan hin hafne qaxalee namaa!!!!
Midhaanumaka ❤❤❤❤

dunfafetene
Автор

Andualem Gosaa albeeema Ajaa'ibaa hojjete jira. albeemni isaa garuu sirba ittiin dhiichisan qofa miti Seenaa Darbe Yaadachisee Abdii Borii immoo dhaloota boriif kaa'ee jira ogeessonni hojii sana keessatti hirmaatan hundi haa galatooman🙏

alemukenise
Автор

Maali yoo Dhugadhaf dulee dottoo manattu hin olloo Dhugaa jettee sanyii jabadhu ❤❤❤❤❤❤

YonasDemerew
Автор

አንዱ በጣም እናመሰግናለን ከጠበቅነው በላይ ነው ያኮራኸን ብሰማው ብሰማል አልጠግብ አልኩኝ በተለይ mekko bilii ❤❤❤❤❤

FatumaHussen-dk
Автор

Haacaaluun ammas hambaasaa diihfatee deemeera Anduu.

Waan dhaggeeffatamee quufamuu miti. ❤❤❤❤❤ only

temam
Автор

Kophaa koo kuma dhageefadheen quufuu dideem ❤❤ !

tamiruabdisa-pt
Автор

Wowow jabadhuu jabaa kenaa mee ❤❤🎉🎉🎉like godhaa oro tiyyaa

atiyeebaleeyoutube
Автор

Weelluu baredaa akkami nufidde Anduu.
Rabbii ija irraa sija’eegu.
Oromoon bay’e akka sitti boonu hin’irranfaatiin.

gezahegnyadeta
Автор

Kaayoon Hacee siif kan sifakkataniin akka galma gahu shakkii hinqabu Galatoomi Anduko🙏

SolomonZewdu-tj
Автор

Iluu galaan, Tessoo odaa bisil bakka makkoo biliin tumaa seera maccaa itti tume 💞

kidanetsagaye
Автор

❤ waan sin jedhuun dhaabbee ❤ jecha hanqatee sanyii Haccee hedduun si jalaadha !!!

ahmedabdelamumee