DAWIT GIRMA | HIRAARSAN! | NEW GOSPEL AFAAN OROMOO MUSIC 4K VIDEO

preview_player
Показать описание
Titel:- HIRAARSAN

Director
Dawit Girma

Camera & Editor
Beka Samuel (Beki)

Music arrangement
Gamechis Bulti (qubsa Studio)

Mix
Moti Taresa

Mastering
Abegasu shiota

Bass
Milki Asefa

Masenqo
Degsaw Ababe

Colorist
Beka Samuel (Beki)

Production manager
Dabala Senja

Custume
Leli Design

Poster Design
Gamechis Teshome (Gt Graphics)

Production
Beka Samuel Studios

©dawitgirmafufacopyright.
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Yesuusirra homtuu naaf hin caalu kan jettan koottaa asitti like tuqaa💪

dhugichatube
Автор

እጅግ በጣም የወደድኩት ዝማሬ ነው !
ኢየሱስ በፍቅሩ በሞቱ ያስገኝልንን ነገር በጥሩ ዜማና ዝማሬ ተርኮ ገልጾታል !
ወንድሜ ዳዊት የምትወደውና የምትዘምርለት ኢየሱስ አሁንም ጸጋውን ያብዛልህ !
ብሩክ ነህ---ኤፌ 1:3🙏

olifabera
Автор

Hammam akkam si jaaladhe ibsuun natti ulfaata. Faarfattoota jedhanii... faarfanna waaqayyoo dandeettii sammuu isaanii fakkeessaniif deebii ajaa'ibaatu sirraa mul'ata. Waaqayyo mootota qaanessuuf Daa'imman (Daawwitiin) filate. Ayyaanichaaaf Gooftaa galateeffadhu! Kennichaaf iddoo gaarii kenniif! of keessatti hin tuffatiin! Kennaa addaati kan hin sharafamne!

fitumayadasa
Автор

Namni akkakoo jaallatan cmntii koo like tuqaamee

QananiiPictures
Автор

Addaan kufaanii kan sagadaan yesuusiif.
Guddumaan yesuus kan sitti dhaga'amu, like

BilisaDima
Автор

Devokoo maaluma siif godhaa🥰
Mee warri akkakoo jaalattan like godhaa

Kenenisalemesa
Автор

kee hin mittiquu
Mootumman kee gadiin siquu
Hunda caaltaa bara hundumaa
Ilma Waaqayyoo ati
❤❤❤❤❤

chimjaves
Автор

I’m orthodox but I’m respect this man his strength

getinetteshome
Автор

Adaara waaqayyoo mucaa kanaaf sheer godhaafi maloo!!

WendemuTokuma
Автор

Devaa Koo nama dhiibbaa uumaa jiru lafa kanarratti
Farffannan kee mootumma seexaanaa duwaattii hambisaa jiraam ayi maqaa iyeesuus inni ati faarsituu hamma dhumatti sa jabbeessu jabaa koo

EbisaLema-ng
Автор

Anaafii Kan Qullaa Isaa Hiraarsan Bakkeetti!

Ulfaadhu Dave

EbaDiribaGudeya
Автор

Warri Akka Koo jaallattan like godhaamee❤❤❤❤❤

dandichatop
Автор

Davo koo Eebbifamii qaxalee koo yeroo hunda barsisaa garii dhalotta dhalootattii kan dabarsaa jirtuu Uuuuufee na boqotaa garaan koo yeroo hunda wa'ee ketiif

ObsaaMidhaksoo
Автор

I am free from any religion but i love Dawit Girma music❤

Naanbona
Автор

Me warri akka ko dawwe jallatan like tuqamee

GadiDevtubeOfficial
Автор

Warri akka koo qaxalee kana jaallattan qofti!🥰🥰🥰

SegniEmmanuel
Автор

Wow Best gospel song May God Lord Jesus Christ bless you

saffisaatigire
Автор

Uuuuff agefadhemaa qufuun dadhamee far kanaa ebifamii daweeee dhugadhaa hufaa lafatiin madaluu yesuusin hin madalamuu uuyy hin yadamuu💪💪💪💪💪💪 malee dhugaaa ebifamii dawee🥰❤️🙏🥰🥰🥰🥰🥰🥰❤️🥰🥰🥰🙏🥰🥰

FiromsaBashana
Автор

Kiristaanonni Yesuusiin jaallattan "like" godhaamee❤

gadafamangashaofficial
Автор

Safarri walaloo isaa
Yaa'insi yeedaloo isaa
Jechoonni dilbiin
Bareedinni qooqaa
Kuulee kukkuulee
Iyesuusiin ibsa❤

Arrabni kee ibidda tufa
Hin turu Iyesuus hin dhufa🙏

MAARAANAATAA❤❤


Hin quufamu🙏🙏❤❤

Iyesuusiin qofa dhugaa ba'uun koo warri jettan like tuqaafii❤❤🙏🙏

barisoaleka
visit shbcf.ru