Sona Takele - Birillee - New Ethiopian afaan Oromoo music video - ( Official Video )

preview_player
Показать описание
Birilleen sirba aadaa oromoo naannoo maccaatti beekamu yoo ta'u innis sirba yeroo birraa dargaggeessi dargaggeetiif sirbu dha kunimmoo sirbichi sirba jaalala ta'u isaa ibsa. kana malees sirba mararooti sirba dargaggeessi dargaggeetti ittiin mararsiifatudha kana immoo Motessa Studio bifa ammayyaawa fi aadatin walkeessa dabaalun Video clip isaa miidhagsee siniif hojjetee jira ogeessonni hojii kana miidhaksuuf ogummaa isaaniitin irratti hirmaatan isaan armaan gadiiti
TITLE :- BIRILLEE
ARTIST :-Sona Takele
DIRECTOR :- Moti Robale
CINEMATOGRAPHER :- Moti Robale
EDITOR :- Hinsee HD
COLOR :- Moti Robale
PRODUCTION MANAGER :- Bilisuma Edae
MUSIC COMPOSER :- Gejo Telahun
LIYRCS :- Bacha Kerorsa & Public
MELODY :- Sona Takele
MIX. & MASTERING:- Leti Oli
CULTURE DANCE CHOREOGRAPHER :- Alem
MODERN DANCE CHOREOGRAPHY: Be Fkir

#Oromomusic #oromoculture #musicvideo #bestvideo
#sOnaTakele #MotessaStudio #Birillee #oromotiktok #afaanoromotiktok #Newmusicvideo #Ethiopiamusic #Africanmusic

#popmusic,#mileynewsong,#plastichearts,#miley,#mileyandliam,#mileycyrus,#midnightsky,#cyrus,#canbuymyselfflowers,#disney,#columbia,#dualipa,#prisoner,#newyearnewmiley,#endlesssummervacation,#hannahmontana,#mileynewalbum,#pop,#liam,#mceo,#bangerz,#flowers

#LeencooGammachuu #Walaabuu #visionentertainment

#Haleluyatekeste #Elatv #nahomrecords
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

I'm from nation of minamination I love oromo music ❤ this song is🔥

jalojuice
Автор

I'm from South Sudan🇸🇸 I love oromo music and the people of oromo❤

AngaraDeng-ng
Автор

Yooyyaa Jaalattoonni Aartii hundi keessan Akkam jirtu sabni koo Addunyyaa salgan irratti argamtan Hojii bareeda fi miidhagaa kana irratti gama ogummaa koo Editing tiin irratti hirmaachudhaan Video isaa akkanatti siniif miidhagsuuf yaalen jira namoonni wallee kana jaalattan comment kana like naaf godha

Sirba kanammo social media gara gara irratti share nuuf gaodha sinan jaaladha❤

Motessafamily
Автор

Sona😘
nu bosiitee ilmaa wallaggaa nuf jiraadhuu 💪💪💪♥️♥️♥️💚💚💚❤️❤️❤️😘

BontuYigezu
Автор

Wallagaa koo😍😍😍

Big respect for GAJOO WOW WOW🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥🔥

kiyaye
Автор

I'm from oromia but I love this songs ❤

abdiyohanis
Автор

Ani nama sirbu miti garuu Ati dhugumaan nama jabaa oromoon qabdu keessaa tokko baay'een si jaaladha jabaa koo❤❤❤❤❤❤

Gaaddo
Автор

I'm form oromiyaa but living America 🇺🇸 love ti song ❤

ZahibaHassan
Автор

Mootesaa studioon hin qabamne boom what an interesting creative keep it up aadaa keenya bal'aatu osoo hin bahin jira iddoo hafan ammallee itti nuuf jabaadhaa!

Ynkxje-bnpe
Автор

Bagaa nagana dhuftee ergaa bayee qabaa galatomii King of king 💯💯💯💯💯💯💯

yeshigurmigur.i
Автор

Double achievement 👌 👏 🙌 ❤congratulations

dinmordinmor
Автор

Welcome Jenneerra!!! Hojii addaati Ogeessotatu irraatti wal ga'e kaan ammoo Reaction irratti walitti deebina Baayyeen jaaladhe Qaamni hojii kanarratti hirmaate hundi haa Galatoomu !!!

jirraaentertainment
Автор

Music always helps no matter what you're going through. Thank you for the wonderful music. Galatoma ijollee oromo ❤❤❤❤❤

jassamjohn
Автор

Hojii baay`ee miidhaguu jabaadhu jabaa koo .clip isaa bifa ammayyaatiin hijachuun kee wooowww ❤❤❤

kiyatube
Автор

Yooyyaa jaalatamtootta artist Hundi keessaan akkam nagaa jirtu! All are you fine amazing❤❤

GirmaBekele-qodl
Автор

I am from ka qomce ❤ ilove woromo music

YohanisMotuma
Автор

አቦ ጀግና ነህ ይመችህ እማይረባ ዘፈን ዘፈን ከሚሉት መቶ %ምርጥ ሙዚቃ ነው የሰራኸው

Yewello
Автор

Namatii tolaa jabaa sabaa jabaadhuu sagaleen kee aja, ibaa❤️❤️❤️❤️❤️❤️💯💯💯💯💯💯💯💯💯✅✅✅✅✅✅✅✅

burtukanbeharu
Автор

Wow music amazing video good job mutesa istidio ❤🙏

gamteessaaentertainment
Автор

#Just fire music
#amazing oromo music

KasahunFikadu-zhvy