filmov
tv
Track 2 | Elohim | Bikila Kebede Vol 2 Album

Показать описание
The official music video for "Elohim" by Bikila Kebede, from the album "Yeedaloo Samii", released August 2024.
#elohim
#bikilakebede
#faarfannaahaaraa
#amharicsongs
#faarsaahaaraa
#yeedaloosamii
Production Company: - B.A.G.S Studios
Director: - Wako Getachew and Galata Ejara
Art Design: - Beka Samuel (Beki)
Story Development: - Galata Ejara, Wako Getachew and Abdi Amsalu
Cinematographer: - Beka Samuel (Beki)
Editor, VFX and Colorist: - Beka Samuel (Beki)
Assistant Camera: - Sagni Hailu
Production Manager: - Mikael Samuel
Thumbnails Designer: - Nabon Megersa
Photographer: - Dawit Gemechu
Producer: - Bikila Kebede
Nuti waamuu hin dhiisnu maqaa kana maqaa ittiin fayyine guddaa kana
Har’as humna qaba in hojjeta eenyutuu fuula isaa dura dhaabata
Yesus yesus yemmuu jennu waa’een waanta gadii nutti hin argamu
Ulfina isaaf taanaan nama miti uumamni hundumtuu in roqomu

Elohim maqaan isaa eelshaadaa’i waan hundumaa gochuu kan danda’u
Gadi gadi jenna ulfina isaafi galanni ulfinni isaaf haa ta’u
Rifeensi mataa isaa cabbii irra addaata
Iji isaa barbadaa abiddaa fakkaata
Sagalee inni baasu huursaa bishaan baay’ee
Kumaatama caala qofaa isaa yoo ka’e
Maaltu hamma isaa ga’e..!
Sammuu addunyaa gararraa godhee nu jiraachise
Akkam akka nu jaallatu karaa Yesus mul’ise
Inni nuti itti amanne Waaqa Tolfamaa miti
Waaqaaf lafa isa uume Masii ilma Waaqayyooti
Maal maal Dinqii dha hojiin harka Waaqayyoo
Maal maal Dinqiidha nu duraa cabse kiyyoo
Maal maal dinqiidha araarri inni kan isaatii
Maal maal dinqiidha lafaa nu kaasewootii
Waaqa irraa nuuf dhufe inni seenaa haaressu
hidhaa nuttii cire duuti nun daangessu
inni moofaan darbee waan haaraan nuuf ta’e
Galgalli boo’ichaa galataan bari’e
Hafuuronni hamoonni sodaatanii hollatu
Aboo maqaa yesus dura humni kamuu hin dhaabatu
Balbala warra du’anii banuuf gooftummaa qaba
Abidda xaph godhu inni maqaan isaa goota jabaa
Jabinni jajjabootaa yommuu itti isaan ganu
Gootummaan gootota irraa fuudhamee yoo godaanu
Jiraataadha Waaqayyo baroota tarkaanfata
Mootummaan isaa jabaatee bara baraan dhaabata
Maal maal dinqiidha Waaqota taakkuudhaan safara
Maal maal dinqiidha urjoota maqaadhaan waama
Maal maal Dinqiidha hin argamu faanni isaa
Maal maal dinqiidha duumessa gubbaa( galaana gidduu) adeema
Unauthorized distribution and reupload of this content are strictly prohibited 🚫
Copyright ©️ Bikila Kebede Official

Комментарии