ODuu Amme, 5,2024,Abbiyi Ahmad, fano, tigray,

preview_player
Показать описание

Комментарии
Автор

Akka Dr. Biranu Naga goororu odoo hin ta'iin, irreechi, amanti dha waaqa galateefta. Aada abbooti keenyati. Seenaf heera yakka hin balaalefata. Seendha. Bareedina.

Tekle-qz
Автор

Irreechiiin Adaa Oromotii Malee Amantamitii Umanii Walalatuu Garaa Amantaa Debisaa Irreechii Irree Sabaa Oromotii Amantamitii Kanabeku qabnaa Hundikenyahuu❤

LeenccooAndalaji
Автор

Yes dhugaa ketii kanii jawwee qequu jiraa 🎉🎉🎉

Tiyyaa.oromoo
Автор

Somalia bayyee midhaa irraa nugeesee jirtii sagalee nuf tayii maggalaa galkkaayoo keessa tii

AhamadXawili-qx
Автор

Baga genye waluumanu wayee hula galaana Yoo yomfidda waan irragaan hujitti hinhikne

HuzeufaSaani-ur
Автор

Samaraadha male asmaraa miti magaalaan naannoo afar

JamaalAdamidiriis
Автор

Ati Osoo gaazixxeessaa tatee maal qabaa Oduu kana bayye'e dandeessaa

NimooYes
Автор

Demiii Diqalaa Maljeshuu Barbadaa Saree

LeenccooAndalaji
Автор

Samaraadha male asmaraa miti sirreessi

JamaalAdamidiriis