Global Trend Chapter 5 Part 5: GLOBAL CULTURAL ISSUES by Afan Oromo@DirreeBarnootaa#OliyaadBaraticha

preview_player
Показать описание
Freshman Course'wwanii fi barnoota Seeraa University'wwan biyya keenyaa keessatti kennaman Karaa salphaa ta'een bifa tutorialtiin karaa Channel kanaa, AFAAN OROMOOtiin kan isiniif dhiyeessinu ta'a. subscribe, share gochuun nu jajjabeessaa.
GALATOOMAA!
Рекомендации по теме
Комментарии
Автор

Ole Gaaffii Takka. Ethiopia n Bara EPRDF, Akka Theory IPE Maal Adopt Goote Jechuu Dandeenya?

Lencho_Ermias
Автор

Maaloo political science nuuf hojjadhu course-dhuma muraasallee olii

ArgoGuta
Автор

Nagaan Waaqayyooo isiniif haa baayyatu. Warreen karaa Miidiyaa Dirree Barnootaa sur_sagalee addaa addaan barnoota nuuf hojjechaa jirtaniif galannii koo onnee irraa kan isiniif maddudhaa.
Baayyee baayyee kan na fayyadeef akka barsiisaa daree seenee barsiisuu olitti kan na fayyadeef anillee dadhabbii keessan utuu hin balleessin xuqaa baayyee gaarii itti galmeessedhaa.
"Like" quba ani qabuun itti bu'uun isiniif cuqaasuu iyyiti gatii isiniif baasuu hin danda'u, gatii dadhabbi keessani Waaqayyoo siniif ha kanfaluu.
Yuuniversiitii Waldiyaa irraa Lammii Gurmeessaa barataa Muummee saayinsii fayyaa irraa naaf eebbiffamaa sanyiiwwan koo, bakka nagaan guutee jiraadhaa!

LamiGurmesa